Zayid Aagaa Page

Zayid Aagaa Page Nama of beeketu, Waan dhalateef beeka

26/01/2025

Wanta akka tokko tokko nama godhu akka tokko tokko ta'anii tokko tokkoon bira darbu💎😡🤦
Zayid Aagaa Page

25/01/2025

Ati opposoo mukaa moo
Yoo dhiiban kan jigdu
Meelataa lukaati
Yoo dhiiban kan cimtu?

Deebii kee comments jala kaa'i

Nama of beeketu, Waan dhalateef beeka

25/01/2025

Gomattu inaaftuf jaleen
Takkumaa nuun teenye
Akka waaqaaf turree
Kunoo hardha geenye

Giimii nuuf qabsiisan
Ofiif gubatanii
Akka nuuf gamsiisan
Amma hubatani
✍️Zayid Aagaa Page

Address

Oromiyaa
Jimma
ILMA_AAGAA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zayid Aagaa Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category