07/05/2024
Oduu gaddaa ๐Share
Gochaan akka kanaa aadaa ta'ee jira. Shammarran ajjeessuun haadha ofii ajjeessuudha๐ญ
Waliif qoodaa
Mucayyoon kun akkumaa namaa tokkotti biyyaa batee ofii fi matti kon jijjiraa jettee karaa biyyaa arabaa imaltee.
Kun ta'ee osoon jiruu immoo caraan kun wan irraa namaa bussu hin bekkani
Akkaa caraa ta'e biyyaa yamaan yoo gessuu hojii issi egaltee osso hin turiin bultti ijaratee ta'e abban manaa issi hardhaa gochaa sukanessa irratti rawwatee ajeese bakki issin itti dutees yamaan magaalaa beydaa kessati
Achii boodaa hulaa manaa alaan itti cufuun biraa bafatee namaa kanaa share waliif godhaa akkaa inni qabamuu tasisaa dhamsaa obbolumaa ๐