Boke Animal welfare

Boke Animal welfare Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Boke Animal welfare, carcar, Hirna.

21/09/2025

Follow Godhuun irratti hirmaadhaa!!! 📢

Blogger

Rakkoo bishaan dhugaatii bahuuf  abdiin eeggachaa Kan jiran yeroo ammaa rakkoon furamutti Jira.
28/06/2025

Rakkoo bishaan dhugaatii bahuuf abdiin eeggachaa Kan jiran yeroo ammaa rakkoon furamutti Jira.

09/06/2025

ABBAA SANGAA (ANTHRAX)!!

Dhibeen kun kan inni beeyladatti dhufu 'baakteeriyaa'
"Bacillus anthracis" jedhamuun yoo ta'u, waanta
'spore' jedhamu, kan yeroo dheeraadhaaf bakka
gammoojja'aa fi hoo'aa ta'e dandamachuun yeroo
dheeraaf jiraachuu danda'u qopheessuun, dhibee
kana namatti fida! Baay'inaanis 'baakteeriyaan' kun
beeyladoota kan akka:-
1. Loon (Sa'aa ykn Sangaa),
2. Hoolaa,
3. Re'ee (Reettii) fi
4. Gaala keessatti argama!
*Akkamiin namatti daddarba!?
1. Karaa nyaata foon beeylada dhibee kanaan
hubamee! (Intestinal anthrax):- kunis foon dheedhii
ykn kan hin bilchaanne, kan 'baakteeriyaa' kanaan
faalame nyaachuudhaan kan dhufu yeroo ta'u,
mallatoon isaa:-
- Haqqisiisaa/balaqqamsiisaa dhiigaan makaa,
- Garaa kaasaa dhiigaan makaa,
- Fedhiin nyaataa baduu,
- Hoo'ina qaamaa,
- Madaa'uu arraba gara qoonqoo keessaa,
- Dhukkubbii qoonqoo keessaa fi
- Dhiita'uu miciree ti!
2. Karaa walitti bubu'iinsa madaa nama irraa fi kan
gogaa beeylada dhibee kana baatuutiin! (Cutaneous
anthrax)
3. Karaa qilleensaa gara soombaatti darbuun,
dhibee hamaa fiduu danda'a! (Inhalational anthrax)
*Akkamiin ofirraa ittisna!?
1. Horii manaa (beeylada) dhukkubbii ykn mallattoo
addaa agarsiisan mana yaalaatti geessanii
yaalchisuu!
2. Foon beeylada dhibamee
(dhukkubsatuu) nyaachuu dhiisuu! Kunis kan
nyaataan namatti daddarbuun akka hin qabamneef
nu gargaara!!

Address

Carcar
Hirna

Telephone

+251915143872

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boke Animal welfare posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Boke Animal welfare:

Share