Yoni kumsa

Yoni kumsa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yoni kumsa, Hawassa.

Tulluu arjooma Kee jala jiraatanii Hin boqotu toloonni seeqanii Gaarummaa Kee bara baraa arguu Muka gaarii isa si keessa...
13/11/2025

Tulluu arjooma Kee jala jiraatanii
Hin boqotu toloonni seeqanii
Gaarummaa Kee bara baraa arguu
Muka gaarii isa si keessaa margu
@ Hangafa Badhaadhummaa
Burqaa waan hundumaa Yesus

Umrii gabaabduun jiraadhe kana keessatti Wanti ani hubadhe tokko yoo jiraate Wanti hundi namaa barbaadu, JIJJIIRAMNI(CHA...
23/10/2025

Umrii gabaabduun jiraadhe kana keessatti Wanti ani hubadhe tokko yoo jiraate Wanti hundi namaa barbaadu, JIJJIIRAMNI(CHANGE) inni sirriin eessaa Akka jalqabu yeroo muraasaa as naaf galee
"Sunsuma jijjiiruun itti hin mi'eessu" Akkuma jedhamu Eenyummaa dhokataan keenya yoo hin jijjiiramne hojii jijjiiruf biyya jijjiiruun dhama raasudha!
πŸ‘‰Let's change our subconscious mind🧠

  Amazing nature
14/10/2025


Amazing nature

An incredible memory with my beloved holy friend's of FOCUS FAMILY at Hawassa university God bless you my Focus family πŸ™...
30/04/2025

An incredible memory with my beloved holy friend's of FOCUS FAMILY at Hawassa university

God bless you my Focus family πŸ™πŸ™

Address

Hawassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yoni kumsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share