Boonaa Abbaadho Alaa

Boonaa Abbaadho Alaa Histii Hinaaffii Tuffii Boona fi gurra irra bilisa tahi!! Oromiyaa
(1)

11/12/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Kalifa Abdela, Moo'eeraa Ahmed Mume

05/12/2024
05/12/2024

Yoom wal garra?

03/12/2024

Obsu wayya!!

03/12/2024

MASHAQQAA

Facaa hamma muraa daleeydee
Galfachuuf nama gaafachuu
Ciqiletti kaayuu bartee
Cilfaadhaan soroobbachuu

Aannan ol ergitee
Gurraachaan baafachuu
Cirriyfattee nyaachuu bartee
Goggooyduu ciqqaawwachuu

Boollaan lakkaawwattee
Qicaan akaawwachuu
Jaartii si hadhaadhiyyitu
Ambiti ergachuu

Mana ifii deysanii
Qallaa namaa furdisuu
Akka Harargee kana
Rabbi nu haa hanqisu

Nama garaan beelaa
Gaaleen naqa quuqaa
Hasharaahuu dhabee
Bishaaniin lulluuqaa
Barzaafiin ni afattii
Mixaaxis gad suuqaa

Dibaa itti guurree
Fuula duraa duubaa
Karkarsinee suuta
Akka killa lubaa
Jarri waan bu'aawuu
Akkam goona duuba

Kuurii tufteen fuudhamte
Fagotti firraan garre
Ummanni wiligaa arkee
Rakkoon hiriirte tarree
Ni toolchinattin hin toltuu
Toolchuuf mashaqqaa garre

Harargeen shilimsee
Isaani moo isaan bira
Wayyaan Kuulo bitter
Shagani moo hariira
Ummanni hatamee
Saamicha moo gibira

Buusii torbe torbeetiin
Lammii ifii quncisuu
Loon dura foon harkisuu
Rabbi nu haa hanqisu
Akka Harargee kana
Rabbi nu haa hanqisu

Anaa miti...
Maddi: MOH

Moonenuus Abduraman

03/12/2024
Artst Kadiir martuGaafa Qabsaa'ota fi dhaabbileen oromoOromiyaa irra fagaatte Ijoolleen oromoo akkam jetti jette Sa?Abba...
03/12/2024

Artst Kadiir martu
Gaafa Qabsaa'ota fi dhaabbileen oromo
Oromiyaa irra fagaatte Ijoolleen oromoo akkam jetti jette Sa?

Abba Abbaa ko jetti yeroo na yadattuu
Harme harme too jetti yeroo si yaadattuu
Naaf ati gargar baanee akkamiin guddatti ilmaan abbaan qabneen jedheen ka boo

Abbaan eenyu?
Qabsawoota Dhaabbile oromo ti gaa boo
Harmeen hoo?
oromiya tayya boo

Duba oromoonni dubbi tana fa'amee?
Ati Kan hubatees oromo dha!!

Artst Kadiir martu yoom rafta?Gaafa oromoon hundi hirriba irra ka'een rafa!Hay tokko tokko keessaa ka'e hoo?Hin rafu! ma...
03/12/2024

Artst Kadiir martu yoom rafta?
Gaafa oromoon hundi hirriba irra ka'een rafa!

Hay tokko tokko keessaa ka'e hoo?
Hin rafu!
maalif?
Siif himne gaa boo
MAAL??
Hanga oromoon hundi hirriba kaatu hin rafuu hin rafu nan raffiftuusi!!

Address

Toohida
Harer
FACEBOOK

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boonaa Abbaadho Alaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category