Harar Multimedia

11/02/2026

اللهم صل على محمد عبدك ونبيك ورسولك النبي الأمي"💚💚💚

﴿انا لله وانا اليه راجعون ﴾اللَّهُمَّ، اغْفِرْ له وَارْحَمْهُ، وَاعْفُ عنْه وَعَافِهِ، وَأَكْرِمْ نُزُلَهُ، وَوَسِّعْ مُ...
20/10/2025

﴿انا لله وانا اليه راجعون ﴾

اللَّهُمَّ، اغْفِرْ له وَارْحَمْهُ، وَاعْفُ عنْه وَعَافِهِ، وَأَكْرِمْ نُزُلَهُ، وَوَسِّعْ مُدْخَلَهُ، وَاغْسِلْهُ بمَاءٍ وَثَلْجٍ وَبَرَدٍ، وَنَقِّهِ مِنَ الخَطَايَا كما يُنَقَّى الثَّوْبُ الأبْيَضُ مِنَ الدَّنَسِ، وَأَبْدِلْهُ دَارًا خَيْرًا مِن دَارِهِ، وَأَهْلًا خَيْرًا مِن أَهْلِهِ، وَزَوْجًا خَيْرًا مِن زَوْجِهِ، وَقِهِ فِتْنَةَ القَبْرِ وَعَذَابَ النَّارِ)
اللهمّ أنزله منزلاً مباركاً، وأنت خير المنزلين. اللهمّ أنزله منازل الصدّيقين، والشّهداء، والصّالحين، وحسُن أولئك رفيقاً.

13/10/2025
13/10/2025

Ay 😁 Hamzaan sodaachise dhugaa😎

04/02/2025

988 Followers, 62 Following, 463 Likes - Watch awesome short videos created by Nasru Peace

25/12/2024

Hunda shakkii tiyyaa
Dhugaaniis agare
Akka ati hamtu
Laalchattiin si bare

Hedduun si kabaje
Hedduus si jaaladhee
Darbe yeroo saniis
Shira kee hubadhe

Hedduun jibba ani
Nama namatti yaadu
Isa shiraan moohe
Namatti of dhaadu

Galte kunoo atiis
Garee warra cubbuu
Hin fakkaatin sitti
Warra siif baasu lubbuu

Warra dhugaa murteessu
Onneerraa of tahee
Sitti hin fakkaatin
Warra siifillee nahe

Nama kee fakkaate
Sitti hin fakkeeysin waan gaarii
Ni deebi'a si ol naqee
Iddoo siifiis naarii

Yoo ta'e immoo beekaa
Taa'ii adabadhu
Wanti itti jirtu cubbuu
Si gaafata geetaan
Yoo diiyde namatti
Seentee namaaf irbuu

Si hubadhe ani
Maalummaa kee dhugaa
Akka ati fudhatte
Yaada nama mugaa

Eid Mubarak😍
16/06/2024

Eid Mubarak😍

Address

Harar
22KFOLLOWERS

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harar Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share