Assumafii

As wr wbKabajamttoot Horddofttota fuula fb keenyaa share # like # gochuu hin dagatinaa.~Dhuguma amanamumman wanttota add...
22/08/2022

As wr wb

Kabajamttoot Horddofttota fuula fb keenyaa share # like # gochuu hin dagatinaa.

~Dhuguma amanamumman wanttota addunya kanarrattii baayye nama qoran keessa isa guddadha, namaf amanamum gutuma guututtii ulffatullee yaalun; gochuu dhaburree waan gaariidha

~Mee hangam keenyatu amanamumma ofii eeguuf tattaffata laata? Dhugumattii bayye tilmamuun ni ulffata

~Hubadhu; Ani baayyee gaariidha jettee ofin jajiin hanqina hin dhabduuti.

Obboleewwan kiyya obboleettii tiyya rabbiin nama rabbin sodatuu, namaf amanamu nu ha taasisuu aaaaamiiiun...........

Address

Suufiibaalee@gmail. Com
Goba
SUUFII

Telephone

+251910051046

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Assumafii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Assumafii:

Share