OBU Muslim Students Jema'a

OBU Muslim Students Jema'a This is an official page of Oda Bultum University Muslim Students Jema'a

Obboleeyyan keenya warri har'a eebbifamtan, baga firii dadhabbii keessanii ijaan argitan!Baga eebbifamtan! Baga gammadda...
27/06/2026

Obboleeyyan keenya warri har'a eebbifamtan, baga firii dadhabbii keessanii ijaan argitan!

Baga eebbifamtan! Baga gammaddan!
๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

๐ŸŽ“ ู…ุจุงุฑูƒูŒ ู„ูƒู… ุงู„ุชุฎุฑุฌ!
ู†ุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุฃู† ูŠุจุงุฑูƒ ู„ูƒู… ููŠ ุนู„ู…ูƒู…ุŒ ูˆูŠูˆูู‚ูƒู… ู„ู…ุง ููŠู‡ ุฎูŠุฑ ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆุงู„ุขุฎุฑุฉ. ๐ŸŽ“
๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

๐ŸŽ“ Congratulations.
May Allah bless your knowledge, guide your future, and grant you success in this life and the Hereafter. ๐ŸŽ“

๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

๐ŸŽ“ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแˆแˆจแ‰ƒแ‰ฝแˆ แ‹ฐแˆต แŠ แˆ‹แ‰ฝแˆ!
แŠ แˆ‹แˆ… แ‹•แ‹แ‰€แ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แ‹ญแ‰ฃแˆญแŠญแฃ แ‰ แ‹ˆแ‹ฐแŠแ‰ณแ‰ฝแˆแˆ แˆตแŠฌแ‰ตแŠ“ แ‰ แˆจแŠจแ‰ต แ‹ญแˆตแŒฃแ‰ฝแˆแข ๐ŸŽ“
๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

Baga Gammaddan!!
Congratulations once again! May Allah bless your future with knowledge, success, and barakah. Aamiin. ๐ŸŒน

OBU Muslim Students Jema'a

Assalamualaikum warahamtullaahi wabarakaatuh  Dear Students,  We extend our heartfelt congratulations to all students wh...
23/06/2026

Assalamualaikum warahamtullaahi wabarakaatuh

Dear Students,

We extend our heartfelt congratulations to all students who successfully passed the National Exit Exam. Your hard work, dedication, and perseverance have borne fruit, and this achievement is a testament to your commitment to academic excellence. We are proud of your success and encourage you to continue striving for greatness in your future endeavors.

To those who did not achieve the desired results this time, please remember that setbacks are not the end but opportunities for growth. Your efforts are commendable, and with patience, determination, and renewed focus, you will overcome this challenge. The next term offers another chance to succeed, and we have full confidence in your ability to excel.

Oda Bultum University Muslim Students Jema'a stands with all of you celebrating your victories and supporting you through challenges. Let us continue to uphold the spirit of resilience and unity as we move forward.

Once again, congratulations to the successful students, and to those preparing to try again, we believe in your potential. Keep pushing forward!

Best regards,
OBU Muslim Students Jema'a

Assalaamu AleeykumWarahmatullaahi Wabarakaatuhuยฐยฐยฐยฐยฐ  MubarakObboleeyyan keenya ummata Muhammad baga Rabbiin ayyaana Iid...
26/05/2026

Assalaamu Aleeykum
Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
ยฐยฐยฐยฐยฐ
Mubarak

Obboleeyyan keenya ummata Muhammad baga Rabbiin ayyaana Iid Al Ad-haa kan bara 1447 tiin nagayaan isin gahe. Nama hedduutu jira warra bara dabre akkuma keenyatti iida nagayaa fi fayyaadhaan wajji kabajne, garuu kan har'a hiree guyyaa kana eeguu hin argatin.

Rabbiif galata haa galchinu, umrii nu dheereysee fayyaa guutuudhaan guyyaa qaalii kanaan nu gahuu isaatiif. Alhamdulillaah!!

Ayyaanichi ayyaana milkii, kan nasrii, kan gammachuu, kan jaalalaa, kan tokkummaa fi obbolummaan islaamaa itti cimtu isiniif haa tahu. Ayyaana gaarii.

Irra deebinee Iid Mubaarak.

Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsitii Odaa Bultum

03/05/2026
Warra Jama'aa kana utubee asiin gahe galateeffachaa geggeessaa, dhaloota dhufaa jiruunis bu'uura Jama'aa keenyaa gad jab...
03/05/2026

Warra Jama'aa kana utubee asiin gahe galateeffachaa geggeessaa, dhaloota dhufaa jiruunis bu'uura Jama'aa keenyaa gad jabeessaa imala keenya itti fufna!!

Alhamdulillaah, Sagantaan Geggeessaa Barattoota Eebbifamoo Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Odaa Bultum bifa ajaa'ibaatiin milkiin xumuramee jira.

Sagantaan kun akka milkaahuuf warreen gahee keessaa qabdan hundi keessanuu Rahmaan Jazaa keessan Jannatul Firdoowsiin isiniif haa deebisu.

Obboleeyyan keenya warri eebbifamoon Rahmaan fuulduree keessanis isiniif haa bareechu, milkii gubbaan milkii isiniif haa dabalu.

Akkuma kanaan dura sochiiwwan Jama'aa keessatti roga garagaraatiin hirmaachaa turtan, eega asirraa eebbifamtanis roga jirtan hundaan diinal islaam akka tajaajiltan isiniin jenna.

OBU Muslim Students Jema'a

Sagantaan keenya bifa ajaa'ibaatiin deemaa jirti.
03/05/2026

Sagantaan keenya bifa ajaa'ibaatiin deemaa jirti.

Hundeessaa fi hoogganaa Markazul Furqaan, Abbaa Haafizoota 500 olii, nama dhaloota fuuldura Qurโ€™aanaan addunyaa islaamaa...
30/04/2026

Hundeessaa fi hoogganaa Markazul Furqaan, Abbaa Haafizoota 500 olii, nama dhaloota fuuldura Qurโ€™aanaan addunyaa islaamaa tajaajilanii fi hoogganan oomishaa jiru, Ustaazni keenya qaaliin Ustaaz Kadiir Hamzaa Keessummaa Kabajaa Sagantaa Geggeessaa Barattoota Eebbifamoo Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Odaa Bultum tahuun ni argamu. Gorsaa fi dhaamsa isaanii babbareedoo sanaanis isin bohaarsu!

Sagantaan kun Alhada fuuldura keenyaa kana 25/8/2018 ALI tti, ganama sa'aatii 2:00 irraa eegalee Magaalaa Ciroo Masjiidu Salaamitti ni geggeeffama!!

Barattoonni keenyaa fi hawaasni magaalaa Ciroo hundi akka qooda irraa fudhattan isiniin jenna.

Share godhaa wal biraan gahaa!!

Address

Oromia
Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OBU Muslim Students Jema'a posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to OBU Muslim Students Jema'a:

Shortcuts

Share