Oromo show

Oromo show Gelemso SHow

22/03/2025

6.1M likes, 169.3K comments. “تلاوة القارئ الإيراني الصغير في برنامج محفل. Recitation of the young Iranian Qari in the Mahfel program. محفل پروگرام میں ایرانی کم عمر قاری کی تلاوت۔”

hordofaa gabroottan rabbii
22/03/2025

hordofaa gabroottan rabbii

50.7K likes, 1343 comments. “ከ700,000 በላይ ተከታይ የነበረው የአፍሪካ ቲቪ የፌስቡክ ገጻችን ተዘግቶብናል! አዲሱን ባዮ ላይ ባለው ሊንክ ይቀላቀሉ”

Alhamdulillaahi Tiriliyoon alfa alfa marra galanni keeti yaa allaah. Simatu qaba risqii guddoo nu badhaasi .gabricha kee...
22/03/2025

Alhamdulillaahi Tiriliyoon alfa alfa marra galanni keeti yaa allaah. Simatu qaba risqii guddoo nu badhaasi .gabricha kee gaarii na taasisi

Kanas hordofaa
12/08/2022

Kanas hordofaa

Share your videos with friends, family, and the world

Daawwadhaa
11/08/2022

Daawwadhaa

10/08/2022
10/08/2022
10/08/2022

Daqiiqaa muraasa dura Afaan Arabaatiin Post ajaa'ibaa dubbise. Mucaa daa'ima amata 7 hin gahin duraa haati duute. Yeroo muraasa booda abbaan isaa jaartii biraa fuudhe. Jaartiin abbaa isaa tun haadha biddeenaa (Afaan Harargheetiin Aayyadaa) mucaa kanaaf taate.!

Guyyaa tokko abbaan isaa "haadha tee taduraatii fi tan ammaa jidduu garaagarummaan jiru maali?!" Jachuun daa'ima kana gaafateen. Daa'imni kun yaaddawaa "haati tiyya taduraa nisobdi. Soba irraa baradhe. Garuu, tan ammaa tun dhugaa malee hin beeytu" jachuun deebiseef!

Abbaan isaatiis deebisaa isaa akka malee Ajaa'ibee "mee akkamitti?!" Jachuun gaafateen. Yeroo kana daa'imni kun "haati tiyya ta na deesse yoo bakka akkanaa dheeyte, yoo waan akkanaa hojjatte nyaata sitti hin kennu naan jatti. Garuu, yeroon ani waan isiin irraa nadhoorkite kana hojjadhees nyaata anumaaf kenniti. Garuu, tan ammaa tun ajaja isii yoon dide akkuma jatte nyaata naaf hin kennitu. Kunoo ammaahu guyyaa lama nyaata naaf hin kennine!" Jachuun isaaf deebiseen.!

Namni bakka haadhaa bu'u jiraa?! Addunyaa tanarratti Musiibaan guddoon Daa'imummaan haadha dhabuudha!

Aboo kan haadha qabdu Rabbi Umrii siif haa dheereeysu. Kan hin qabne ammoo Rabbi jannata haa kennuuf!

✍ U. Hamza Abdulhakim

10/08/2022

Intalti akka Ameerikaa tti Hifzii Quraanaatiin 1ffaa baatee konkolaataa badhaafamte Isii tana. Maqaan Isii Fartun Abdulqaadir Waaqoo ja'amti. Intala Oromooti. Hayyuun Oromoo General Waaqoo Guutuu akaakoo tahaaf. Baga teenya taate. Maasha Allah!
H Abdul.. barreeyse .

Address

Ethopia
Gelemso
HABROWAREDA

Telephone

+251941164199

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share