Oromoo fii Oromyaa

Oromoo fii Oromyaa [email protected]/com" rel="ugc" target="_blank">http://[email protected]/com

05/10/2022

Xiyyeeffannoon Oromoo yeroo kamiyyuu caalaa ammatti hayyootaafi geggeessitoota isaaf jecha harka diinaatti hidhamanii jiran irra ta'uu qaba’ jechuun Qeerroon Oromiyaa dhaamsa dabarse.

Itti dabaluudhanis marii biyyaalessaa dabalatee sochiin godhamu kamiyyuu hanga hooggantootaa fi gaggeessitoota qabsaa’ota Oromoo hin hirmaachifnetti kisaaraa fi shira caalu malee uummata bakka bu’uudhan bu’aa fi nageenya eegamu fiduu hindanda’u’ jedhaniitu.

-Kanaafis uummanni Oromoo alaa fi keessatti tokkummaa isaa eeggachuun yeroo hamtuu kanatti dammaqinaan xiyyeeffannoo isaa qabsaa’ota isaaf jecha hidhaa jiranirra kaa’achuu akka qabu, qaamni mootummaadha ofiin jedhus hidhamtoota siyaasaa mara haalduree tokko malee hatattamaan akka hiiku gaafatanii jiru!

02/10/2022

Gmail is built on the idea that email can be more intuitive, efficient, and useful. And maybe even fun.

21/09/2022

Appiiwwan bilbilaa abbootiin warraa haadha manaa isaanii ittiin basaasan

==================

Maariyaan namoota biraa waliin akka wal hin agarree, hojiis akka hin hojjanneef abbaa warraa isheetiin dhorkamte. Kana qofaa miti, kompitaratti akka hin fayyadamne dhorkeen.

Maariyaan haala akkasiitiin waggoota 25'f gaa'ila keessa jiraatte. Jireenyishees baayyee ulfaataa ture.

Kan biraa hafee abbaa warraashee kanaan wali hiikun mataansaa rakkoo biraa ture. Guyyaa tokkos deeggarsa maatiitiin manaa akka baatu taasifamte.

Achinis jireenya haaraa eegaluuf sochii eegalte. Jaalallee haaraas qabate.

Haata'u malee jaalallee ishee haaraa maqaa isheetiin irra deddebiin ergaan ergamaaf. Innis bitaa itti gale. Isheenis ergichi hin ergine jetti. Inni garuu maqaasheetiin ergaan ergamaaf jirachu mirkanaan beeka.

Kun attamiin ta'u danda'e? Dhimma bitaa namatti galu ta'e. Waanti isaan haasa'an hundi deebii'e isaan gaha.

Suuta suuta ammoo Kaaffee Maariyaan seente, daandii isheen irra imalte, hoteel itti nyaata nyaatte hundi eessa akka ta'e itti himamuu eegale.

Edaa abbaa warraashe duraatu bakka isheen deemte hondatti hordofaa jira.

Itti fufaa dubbisaa: https://bbc.in/3f9rsM7

20/09/2022

Komishiinaroonni Komishiinii Mirga Namoomaa UN Itoophiyaa keessatti yakki raawwatamuu ragaa qabaa jedhe.

Address

23-Harlye/street
Gelemso
21-93

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo fii Oromyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share