Ani isaa

Ani isaa Birraa Inspire

Diina ni qabda? Yoo qabaate hin jibbin maalif?yoo jatte  'an eegee hin qabne cirriin hin sodattu. Fkn 1, Namni tokko    ...
01/11/2025

Diina ni qabda? Yoo qabaate hin jibbin maalif?yoo jatte
'an eegee hin qabne cirriin hin sodattu. Fkn 1, Namni tokko yoo hin qabaane hin jijjiramu(hin guddatu)

Ati garee   Xuuxun bekamte san keessa jirta? Warra hojii humna hajacha oole waan achii   kibriita itti qabsiisun gubu sa...
18/09/2025

Ati garee Xuuxun bekamte san keessa jirta?
Warra hojii humna hajacha oole waan achii kibriita itti qabsiisun gubu san irrahi ati?
fi ammale fi kun hundinu tokko ilma diina yeroon amma irraa bilisa taate jabaate argamu qabda malee adda addaatin qabamuun sirra hin tolu
asumanu keenya kan gazzaf daa'ii haa gonuuf

Oromoon "waan ol kaayan ol ka'anii fuudhanii" ja'a Ati umrii dargaguma kanatti yoon barane ykn yoon hojjane booda kufaat...
17/09/2025

Oromoon "waan ol kaayan ol ka'anii fuudhanii" ja'a
Ati umrii dargaguma kanatti yoon barane ykn yoon hojjane booda kufaati hamaaf saaxilamta

Jimaan akka naannoo keessaniitti halaala mo haraama?Naannoo keenyatti bakka nyaata bu'ee nyaatama
15/09/2025

Jimaan akka naannoo keessaniitti halaala mo haraama?
Naannoo keenyatti bakka nyaata bu'ee nyaatama

Namni namuma isaatin kajama garuu   jaldeysa fi   boyye   walii galuun   fi biyyee irra buqisa jiran isaanumatu mirgi   ...
14/09/2025

Namni namuma isaatin kajama garuu jaldeysa fi boyye walii galuun fi biyyee irra buqisa jiran isaanumatu mirgi egg eggamaa ja'a ummata buufa

Guyyaan dhufaa dabraan beela fi dheebu qabatee itti dhufa obboleyyan keenya kan gazza garuu ana fi ati nutii nagaya qabu...
13/09/2025

Guyyaan dhufaa dabraan beela fi dheebu qabatee itti dhufa obboleyyan keenya kan gazza garuu ana fi ati nutii nagaya qabu yaada fi yaddo irraa free tahee taa'u halkaniif guyyan dhufee nurra darba Rahman Rahmata isaa isaanif haa godhu yaa Allah

Laalime Bultii meeqa keeysatti foon ilmaan adam akka dhumu 😢😢😭😭🥹🥹
12/09/2025

Laalime Bultii meeqa keeysatti foon ilmaan adam akka dhumu 😢😢😭😭🥹🥹

Nama tokko kan miidhame yoo argite bakka isa sana ofbuusi laali
12/09/2025

Nama tokko kan miidhame yoo argite bakka isa sana ofbuusi laali

10/09/2025

Wanti tokko gaari yokaan badaa jette murteysuf maal laalu qaba ?

Miidha fi bu'aa isaa laalu qabda
yoo bu'aan miidha caale wanti kun gaari yokaan miidhaan bu'aa caale wanti kun badaa jechuudha.

Mana kiyya kan lammaffaa Ana qofamiti hunda nama dhufuuf ta'a
09/09/2025

Mana kiyya kan lammaffaa
Ana qofamiti hunda nama dhufuuf ta'a

Address

Dire Dawa
NEW

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ani isaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category