26/03/2026
HIRRIIYAA KEE HAALA KAMIIN ILAALTAA?
ββββββββββββββ
Jireenyaa keessaati qormaata kufuun akkaamiin ibsaama?ββββββ
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
πHirriiyaa kee yeroo biraa jirtuu fakkaachuu yeroo biraa deemte hamaachuun qormaata kufuudha!β
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
π»Hirriyaa dhugaa jaalachuuf jette diinaa godhaachuun salphiinaa, safuudha, fafaa!β
π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬π¬
πObboolluumaan riiqichaa milka'iinaa fi gammaachuuti, malaaqan, jaalataamuf, dhaadheefamuuf hin diigiin!β
ππππππππππππππ
πGufuu, Dura-dhaabannoo akkaasumaas ilaachaa dadhaaba si qunaamuuf abdii hin kutaatiin!β
πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
πAbdii kutaachuun qormaata kufuudha, Abdii kutaatte harkaa hin kaniin!β
ππππππππππππππ
πHangaa dandeessuu caraaqii tan dadhaabde rabbiif dhiisii, hanga beeytu yaalii kan walaalte gafaadhu barii, Qormaanii yaaliidha tattaafadhuu irraa dabrii!β
ββββββββββββββ
QΓΈmΓ¦atΓ¦f Γf QΕphΓ©ΓͺΓΓ¬