Amo BA Page

Amo BA Page Ilmi namaa daggala

06/08/2026
nan yaada fiixaan baasuun dadhabe malee
24/07/2026

nan yaada fiixaan baasuun dadhabe malee

Galatoomaa 👌🙏Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa, Poolisii Dubai waliin wal ta'uun dallaalota karaa seeraan ala lammiilee It...
17/07/2026

Galatoomaa 👌🙏
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa, Poolisii Dubai waliin wal ta'uun dallaalota karaa seeraan ala lammiilee Itoophiyaa gara Dubai geessun, maallaqa isaanii saa manii fi mi idhaa cimaa irraan ga'aa turan to'annoo jala oolchuu beeksise.

Dallaaloonni kun, hojii kaampaanii isin galchina jechuun sobuun namoota 105 ol gara Dubai erguun, isaanii irraa waliigalaan qarshii miiliyoona 188 akka fudhatan himameera. Erga Dubai ga'anii booda hojii humnaa akka hojjetan dirqisiisuu, maallaqa dabalataa gaafachuu, beelaan dararuu fi dubartoota irratti mi idhaa saalaa raawwachuu isaanii qorannoon ifoomseera.

Poolisiin Federaalaa qorannoo isaa itti fufee, namootaa fi gareewwan biroo hirmaatan seeraan gaafatamoo taasisuuf hojjechaa jira jedheera. Ummannis odeeffannoo qabu karaa EFPApp, bilbila 991 akka qooduufif waamicha dhiheessera. Ijoolleen hojii dallaalaa hojjettan eeggannoo godhaa.

Amo BA PageAmø B Ayń
17/07/2026

Amo BA Page
Amø B Ayń

Address

Bishoftu
Debre Zeyit

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amo BA Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category