Misgaanu Taasisa

Misgaanu Taasisa Jesus is my savor

.                       Namni balbalaan gola hoolotaatti ol galu garuu, inni tiksee hoolota sanaa ti.                   ...
08/08/2026

.

Namni balbalaan gola hoolotaatti ol galu garuu, inni tiksee hoolota sanaa ti.
Yoh. 10:2

06/08/2026

BARAA BARAA tti hin qoofamu

04/08/2026

Waan dacheen kun hin barbaadne
DHUGAA dha
wanti ishee barbaachisuus DHUGAA dha

02/08/2026

Bokoka galaanaa irratti situ gooftummaa qaba, dha'aan isaa yommuu ol ka'us situ gab godha;
Far. 89:9

 osoleenis uumama humna hin qabnee dha, garuu kattaa keessatti in galti;                Fak. 30:26
01/08/2026


osoleenis uumama humna hin qabnee dha, garuu kattaa keessatti in galti;
Fak. 30:26

Nuyi Waaqayyoon hin jaallanne; inni garuu nu jaallate, ilma isaas cubbuu keenyaaf furee haa ta'uuf nuuf erge. Jaalala je...
31/07/2026

Nuyi Waaqayyoon hin jaallanne; inni garuu nu jaallate, ilma isaas cubbuu keenyaaf furee haa ta'uuf nuuf erge. Jaalala jechuun isa kana.”
1Yoh. 4:10

30/07/2026

Warri Kristositti dabalamuudhaaf cuuphamtan Kristosin akka uffataatti uffattaniittu.
Gal. 3:27

 Faar. Malkeen nama ayyaana faarfannaa dhugaan dibameedha, waaqayyo isa gargaaree faarsaa haaraa sur-sagalee dhaan qinde...
28/07/2026


Faar. Malkeen nama ayyaana faarfannaa dhugaan dibameedha, waaqayyo isa gargaaree faarsaa haaraa sur-sagalee dhaan qindeessee nu biraan gahuuf jedhe share gochuun "Anaa ha dhufu" jennaan
Well come Malke

“Waaqayyo wanti hundinuu akka akeeka isaatii fi akka fedha isaatiitti akka ta'u in godha; nus immoo akka inni yaadee qop...
27/07/2026

“Waaqayyo wanti hundinuu akka akeeka isaatii fi akka fedha isaatiitti akka ta'u in godha; nus immoo akka inni yaadee qopheessee of duraa qabuutti, karaa Kristos fo'amneerra.”
Efe. 1:11

Ayyaanni isaa qofti ga'aa dha
27/07/2026

Ayyaanni isaa qofti ga'aa dha

Address

Debre Zeyit
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Misgaanu Taasisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Misgaanu Taasisa:

Shortcuts

Share

Category