Ateetee

Ateetee Ateeteen ayyaana deettuu/dubartii ta'uu beektuu??

Ganda   jirtuu???
01/11/2025

Ganda jirtuu???

08/08/2025

Namtichi Taayyee jedhamu kun qabsoo bilisummaa oromoo keessatti gahee ofii yoo ibsuu fi bu'aa sabaaf buuses yoo dubbatu: 'waa'ee ofii qofa dubbata'. Hidhamuu isaatiinis hedduu boona; qabsoo ofiitis qabsaa'ota biroo kamiiyyuu ol godheeti ibsuu fedha, garuu ofii qofa ibsa!
Kan hidhame isa qofa turee laata? Hidhamuu duwwaatu jijjiirama fidaa/fidee laata? Osoo kan qabsoof gadi bahe hundi hidhamee bu'aan isaa maal tahinna laata? Taayyeen erga gaafa dur sana dhuguma kaayyoo qulqulluu dantaa saba baldhaa oromoof qofa qabsaawe, hardha /barcuma argannaan maaf qabsaa'otaa fi beektota oromoo irratti duuluu filate laata?
Kaleessaa fi hardhas akkuma obbo Taayyee namoota hedduu maqaa qabsootiin fiigaa turanii yommuu dhuunfaatti haalli isaaniif mijaa'ee fi faaydaa argatan 'an hedduu nibeekna; hedduu argine of_duras ni argina. Kuni waan nutti muldhisu qaba; innis, namoonni "ni qabsoofna" jedhan hundi kaayyoo qulqulluu fi quuqama saba isaanii qofaaf akka hintaane hubanna. Garuu qabsaa'onni haqaa kaleessas turaniiru, hardhas ni jiru, borus ni dhalatu!
HORAA BULAA!!

03/08/2025

Address

Asella

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ateetee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Ateetee:

Share

Category