Foozii machaaraa

Foozii machaaraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Foozii machaaraa, chiro, oromia, Asebe Teferi.

Dhiirri dubartii akkam jaalatu beektuu?Dubartoonni hoo dhiira akkam jaalatu beektuuOdeeffanoo kanaatiif fuula Kana hordo...
31/07/2022

Dhiirri dubartii akkam jaalatu beektuu?
Dubartoonni hoo dhiira akkam jaalatu beektuu
Odeeffanoo kanaatiif fuula Kana hordofaa barnoonni saala hin qabu

08/04/2021


15/02/2021

12/02/2021
  Please don't forget like $shares
03/02/2021


Please don't forget like $shares

 # Gammachuun_koo_guddaan !!!!Hidhii walii lamaanWalirraa buufataniiIja dunuunfataniiOsoo wal dhungataniiUuuuff dhandham...
29/01/2021

# Gammachuun_koo_guddaan !!!!
Hidhii walii lamaan
Walirraa buufatanii
Ija dunuunfatanii
Osoo wal dhungatanii
Uuuuff dhandhamasaa
Damma kannisa caalaa
Cobnii gororaa keetii
Dhukkubsataa yaalaa
Guntuutaa qaqqabaa
Miiraa keessa galanii
Osoo dhangaa isaan
Jaalalan wal falanii
Tarkaanfiin dadhabee
Jaalalaa keen hidhamee
Waayee kee yaaduuttii
Yaadniikoo na hiramee
Galgalaa hangaa barii
Kophaan taa'aan bulaa
Hoomtuu nabiraan jiruu
Ofiittin nyaaraa guuraa .
Maalumaa edhamaa kaa
Jaalalaa moo jibbaa
Kan akkas na cinqee
Googsee naqabee hiddaa.
Akka dhibee koronaa
Afuuraallee na kutaa
Deemsaas na dhoorkee
Miilaarre na butaa
Akka waqtii birraa
Qorraan na kirkirsaa
Osoo hoomtu nan tuqiin
Ofumaan na qilqilsaa
Guyyaa aduu saafaan
Bayyee natti qorraa
Qaama keessa labee
Nagubaa onnee koorra
Yaadnii natti cimee
Sammuukoo na cinqaa
Osoon rafuu fedhuu
Tessumaaf na dirqaa.
Furmaatni koo dhumaa
Siwaliin taphachuudhaa
Gammachun koo guddan
Ani si qabaachudhaa
Gaafa namni kolfuu
Ani dallaaneen mugaa
Bayyee nama miidhaa
Afuurri jaalala dhugaa
Namiidhee yaadniikee
Dhukkubbi jiran caalaa
Egaa natti hammaatee
Sibiraattin of yaalaa.

  challenge
26/01/2021

challenge

《 HUBAADHU 》●●●●●●●●●●●●●●◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇■◇-Kan yeroo hunda kolfu, beekumsa of dhoorka■◇-Kan yeroo hunda kadhatu, kennaa ...
22/01/2021

《 HUBAADHU 》
●●●●●●●●●●●●●●
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇
■◇-Kan yeroo hunda kolfu, beekumsa of dhoorka
■◇-Kan yeroo hunda kadhatu, kennaa of dhoorka
■◇-Kan yeroo hunda kakatu, amantii of dhoorka
■◇-Kan yeroo hunda jerjeru, hiree of dhoorka
■◇-Dubbachuun immoo, gootummaa miti
■◇Cal'isuun sodaaf miti
■◇-Kaayyoo kee hin dagatin
■◇-Dhageessef hin dubbatin
■◇-Argateedhaf hin nyaatin
■◇-Waan xiqqoo hin gowwoomin
■◇-Iccitii kee hin himatin
■◇-Rakkoo kee hin dhokfatin
■◇-Hiriyaa kee hin tuffatin
■◇-Dhandhamachaa nyaadhu
■◇-Tilmaamitii dubbadhu
■◇-Fakkeesituu hin ta'in
■◇-Dhugaaf falmuu filadhu
■◇-Baay'ee dhaggeeffadhu
■◇-Xiqqoo immoo dubbadhu
■◇-Kan namaa hin dubbatin
■◇-Kan kee hin dhiisin
■◇-Nama hin sodaatin, kabaji malee
■◇-Of immoo hin tuffatin
■◇-Gowwaa naman hin jedhin
■◇-Beekaa of hin godhin
■◇-Amantii kee kabaji
■◇-Kan namaa hin tuffatin
Galatomaa maarree erga dubbistee sitti tolee booda, hiriyoota kee kan jaalattuuf # share

Jaalalleewwan Lamaan Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa Walitti Mi’eessu: Copha JaalalaaJaalalleewwan lamaan akkamitti wal-q...
10/01/2021

Jaalalleewwan Lamaan Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa Walitti Mi’eessu: Copha Jaalalaa
Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi’eessu. Inni kun yeroo baay’ee hanqina shammarroota irratti mul’atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul’ata.
By Afaan Oromo
Published September 2, 2017




Inni kun yeroo baay’ee hanqina shammarroota irratti mul’atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul’ata.
❤️1- Jal-qaba irratti wal qunnamtii saalaa gahaa raawwachuuf ilma namaatif sporti,bashannanuufi kkf murteessa dha.
❤️2- Ija keessaa wal laaluun fedhii walii beekuu.
~ija keessa wal ilaaluun fedhii walii beekuun qaamni keenya hundi wal qunnamtiidhaf akka qophaahu taasisa.
❤️3- Uffata halkanii marachuu dhiisuu fi ifaa dhaamsu dhiisuun wal qunnamtii saalaa mi’eessa.
~inni kun yeroo baay’ee kan mul’atuufi fedhii walii eeguu irratti dhiibba kan fiduudha. Jaalalleewwan lamaan uffata haguuggatanii ifaa dhaamsanii yoo wal qunnaman;
A/ Wal arguu wan hin dandeennef isaan lachenuu wal qunnamtii armaan dura raawwatan isheenis dhiira wajjiin ciiste innis shamara waliin ciise ykn isheenis dhiira isa irra bareedu innis shamara ishee irra bareeddu uf afoo fiduun yaadatu wan dandahaniif.
B/ Yoo haguuggatan dafqi uumamuu wan dandahuuf fooliin adda addaas uumamuu dandaha. Kanaaf haguuggii dhiisuu.
❤️4- Ija keessa wal ilaalaa harkaan rifeensa walii qaqqabuu fi wal dhungachuu.
~ Ija keessa wal ilaaluun fedhii walii eegaa deemuu fi tokko tokko dura akka fedhii hin xummurref gargara.
~ harkaan rifeensa walii qaqqabuun jaalala walii kan ibsu fi natti tolaa jirtaf natti tolaa hin jirtuu kan ittiin waliif ibsaniin yoo ta’u
~ Dhungoon immoo al tokko qofa wal qunnamtii saalaa raawwatanii akka hin dhaabanneef fedhii duubaan jiru akka uumuu fi wal qunnamtii akka mi’eessuf gargaara.
❤️5-Qulqulleessituu ykn gogsituu uf bira kaahuu fi Naannoo qaama saalaa dhiqachuu.
~ Gogsituu uf bira kaahuun yeroo tokko tokko dhiirota harka fedhiin dafee bahuu dandaha sila taheef; akka fedhiin

Address

Chiro, Oromia
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Foozii machaaraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Foozii machaaraa:

Share