Sabaanboon News

Sabaanboon News Eenyummaankee kan ittin beekamu:-afaankee fi aadaakeetin

30/07/2025

duwwaa fi muuxannoo kan qaban hunda barbaada.
kan hin qabneef ulaagaan galmee Eebbifamtoota bara 2010 asi ni hammata.

Nama hedduu barbaada! Carraa kana Waliif Qoodaa!
>
Dhaabbanni WALIF TRADING PLC Beeksisa Qacarrii baasee jira.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1.Gita hojii- marketing, assistant manager, Gurgurtaa Meeshaalee fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 7934 hanga 14500 fi Qarshii 900 kan kaardii bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte , Asoosaa , Harar, Sendafa, Salaalee fi Magaalaa Jimmaa
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa, Certificate , Diploma, degree fi isaa ol.
2.Koorniyaa-Lachuu.
3.Guyyaan Galmee hanga:04/12/2017.
4. Afaan- Afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingilizii kan danda'u fudhatama olaanaa qaba.
5.Galmeen Online waan taheef link kanaa gadiitiin Galmaa'aa
πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf3mm6D7kvt2kH2psdKZ0BHnKim7qiKEyhNfcSTs5hVnMa3Wg/viewform?usp=dialog

6. Link 'n armaan olii yoo isin dideef link telegram armaan gadii banuun achirraatti siniif hojjechuu ni danda'a.
https://t.me/news1290

28/07/2025

Walaloo JaalalaaMalkee MulugetaETtodayζ–°θžι›²I'm Oromo FirstMaki Oro

27/07/2025

duwwaa fi muuxannoo kan qaban hunda barbaada.
kan hin qabneef ulaagaan galmee Eebbifamtoota bara 2010 asi ni hammata.

Nama hedduu barbaada! Carraa kana Waliif Qoodaa!
>
Dhaabbanni WALIF TRADING PLC Beeksisa Qacarrii baasee jira.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1.Gita hojii- marketing, assistant manager, Gurgurtaa Meeshaalee fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 7934 hanga 14500 fi Qarshii 900 kan kaardii bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte , Asoosaa , Harar, Sendafa, Salaalee fi Magaalaa Jimmaa
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa, Certificate , Diploma, degree fi isaa ol.
2.Koorniyaa-Lachuu.
3.Guyyaan Galmee hanga:04/12/2017.
4. Afaan- Afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingilizii kan danda'u fudhatama olaanaa qaba.
5.Galmeen Online waan taheef link kanaa gadiitiin Galmaa'aa
πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

πŸ‘‰https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf3mm6D7kvt2kH2psdKZ0BHnKim7qiKEyhNfcSTs5hVnMa3Wg/viewform?usp=dialog πŸ‘ˆ
6. Link 'n armaan olii yoo isin dideef link telegram armaan gadii banuun achirraatti siniif hojjechuu ni danda'a.
https://t.me/news1290

16/04/2025

Galatoomaa! Gootonni OromooπŸ™

27/03/2025

Saba keenyaaf:

Kenni Yaa Waaq!🀲

19/05/2024

Xiinxaalaan siyaasaa fi qondaalli olaanaa Kongirasii Federaalawaa Oromoo Jawaar Mohaammad mootummaan Itoophiyaa ibsa Ambaassaddar Massingaan waldhabdeen siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru karaa nagayaatiin akka furamu jechuun kennan haala gaariin simachuutu irra ture jedhe.

Jawaar Mohaammad dhimma Ambaassadara Ameerikaa Ervin Massingaa fi mootummaa Itoophiyaa irratti yaada isaa kenneeti jira.

β€œMootummaan Itoophiyaa Ambaassaddar Massingaan waldhabdeen siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru karaa nagayaatiin akka furamu jechuun ibsa kennan haala gaariin simata jennee eegnuus hin taane” jedhe.

Ambaassadarichi karaa ifaa fi haqa ta'een dhukaasni biyyattii keessatti akka dhaabbatu gaafatanis, ministeerri dhimma alaa Itoophiyaa waamicha nageenyaa Ambaassaaddarichi taasisan balaaleefachuun isaa abdii kan nama kutaachiisuudha jedhe.

Mootummaan of sobuu dhiisee dogongora darbe irra deebi'uu irraa of qusachuu qaba, nagaa irratti tarkaanfii cimina isaa mul'isu fudhachuu qaba, mormitoota isaa waliin marii dhugaa gochuu qaba jechuun ibsee jira.

19/05/2024

Address

Finfinnee
Ambo
OROMIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaanboon News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Sabaanboon News:

Share