28/02/2025
Weellistuu Eebbisee Birhaanu wal dorgommii Addis TV Show (ken Addis Tv Show) baase keessatti kaadhimamtee waan jirtuuf sagalee keessaan kennuun Mucayyoo kana Moosisaa. Dorgommichi badhaasa guddaa waan qabuuf namni maxxansi kun isin bira gahe hundi SMS800 irratti ka028 jechuun erguun sagalee keessan qofaan gargaaraa. Carra gaarii siif haa ta'u.
Eebbisee Berhanu