Agartu Entertainment

Agartu Entertainment Agartu is Organized for best music and entertainment.

11/06/2021
16/05/2021
Galatoomaa Maatii Obbo Sirnaa, Durboo Ayyaantuu fi Obboloota ishee mudate isinitti himnaan waan dandeessaniin cinaa dhaa...
30/04/2021

Galatoomaa

Maatii Obbo Sirnaa, Durboo Ayyaantuu fi Obboloota ishee mudate isinitti himnaan waan dandeessaniin cinaa dhaabbatan gatiin dadhabbii keessanii hojiin mul'ateera.

Manni Ayyaantuu fi Obboloota isheef ijaaramaa ture kunoo xummuramee jira. Qunceen wal gargaarteetu Arba hiiti akka jedhamu gaafa tokko taanu dhagaan hin fonqolichee fi boolli ykn qawaan hin duuchine hin jiru.

Fiixaan bahinsa hojii kanaa keessatti namoonni hedduun gumaacha isaanirraa eegamu bahuun waan yaadame hojiin agarsiisaniiru. Dadhabbiin namoota muraasaa immoo kan seenaa keessatti yoomiyyuu hin dagatamnedha. Obboleessi keenya Taammiruu Bultoo hojii gaarii fi tola keetiin hojjette hundaaf Ayyaantuu fi Obboloota ishee qofaa osoo hin taane uummata Oromoo bira galata qabdu.

Galatoomaa Nagera Duguma

Oromummaan miidhagummaadha.
29/04/2021

Oromummaan miidhagummaadha.

The only man of truth 2021...
27/03/2021

The only man of truth 2021...

Baga Geessan
20/01/2021

Baga Geessan

Hacee kee kun hundi marrimaan nama nyaata.
13/01/2021

Hacee kee kun hundi marrimaan nama nyaata.

  fi   πŸš™πŸšŒπŸšŽπŸ›ΊπŸοΈEEBBA Kana fudhadhaa!Oromiyaa keessatti Gargaaraan Konkolaachisaa1. 'Addisabaa Addisaabaa'... jedhee waamu ...
12/01/2021

fi
πŸš™πŸšŒπŸšŽπŸ›ΊπŸοΈ
EEBBA Kana fudhadhaa!

Oromiyaa keessatti Gargaaraan Konkolaachisaa

1. 'Addisabaa Addisaabaa'... jedhee waamu -Finfinnee Finfinnee... haa jedhu!

2. Konkolaachisaa fi Gargaaraan 'woraj alle' malee hin dhageenye - Na buusii fi naa qabiis haa dhagahu!
3. 'Malsiin' - Deebii haa ta'u!
4. 'Zirziriin' - Sharafa haa ta'u!
5. 'Tirfiin' - Darbaa haa jedhamu!

6. 'Taakkoon' - Utubduu haa ta'u!
7. 'Gommaan tanaffaseen' - Gommaan qilleensa yaasee haa ta'u
8. 'Gommaan fanadda'een' - Gommaan dhoo'ee haa jedhamu
9. 'Nadaajiin' - Boba'aatti haa sirratu
10. 'Mazooraan' - Naannawa haa ta'u

11. 'Mariin' - Naannessituu(oofsistuu) haa ta'u!
12. 'Zinab Maxaragiyaan' - Hartuu Roobaa haa taatu
13. 'Spookiyoo' - Daawwitee haa jedhamu.
14. 'Aqqowaaraaciin' - Qaxxaamurree haa ta'u!

15. 'Taargaan' - Gabateen bakka haa bu'u
16. 'Ye Gonni Quxiriin' - Lakkoofsa Cinaatti haa sorooru
17. 'Taranyaan' - Abbaa dabaree haa ta'u
18. 'Piistaa'(Korokonchiin)- Cirracha haa haa ta'u


Galatoomaa! Itti daddabalaa! Dogoggoras sirreessaa!
Abraham Salale kan barreesse ulfaadhu.

Address

Adis

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agartu Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Agartu Entertainment:

Share