Biyyikoo Oromia Afaan koo Afaan oromoo

Biyyikoo Oromia Afaan koo Afaan oromoo oromumman bar miidhagummadha.

13/07/2025
Dhugumasa waaqayyo qofaatu beeka Waan hin beekne dubbachuun Gaarii miti😔
11/06/2025

Dhugumasa waaqayyo qofaatu beeka
Waan hin beekne dubbachuun Gaarii miti😔

Hiriyyaa du’aaf isin qopeessu qabdumoo?Hiriyyaa ulfinaaf isin qopeessu qabdu Intalli kun valaria jedhamtiKan jiraattu me...
19/05/2025

Hiriyyaa du’aaf isin qopeessu qabdumoo?
Hiriyyaa ulfinaaf isin qopeessu qabdu
Intalli kun valaria jedhamti
Kan jiraattu meeksiikoodha
Meeksiikootti dubartii beekamtii qabduu fi mana miidhaginaa dubartootaa waan qabduuf hojii ishee haala miidhagaa ta’een hojjechuun
TikTok irratti maxxansaa oolti!
Valarian torbee kana keessa may 13 bakka hojii isheetti live seenuun haasa’a turte
Kanaan dura live yeroo seentu baay’ee kan xaxxabattiu fi kokkofaltu turte garuu guyyicha miirri gammachuu waan itti dhaga’amaa hin turreef live irra teessee hiriyyaa waliin hojii hojjettuun hara’a keessikoo nagaa natti hin fakkaatu miirri gammachuus natti dhaga’amaa waan hin jirreef manatti galee boqochuun qaba jechuun hiriyyaa isheetti dubbatti
Hiriyyaan ishees akkas jechuun deebistiif
Hara’a kennaa guddaa gatiin isaa baay’ee qaalii ta’etu siif dhufaa waan jiruuf kennaakee sana ilaaltee deemta jechuun deebistiif
Valarianis tole jettee hiriyyaa ishee kana amanuun live irra teessee kennaa ishee kana arguuf dirqamti!
Daqiiqaa muraasaa booda namichi hin beekamne tokko bakka hojii ishee banachuun ol seena
Valarianis ishee kam akka taate gaafachuun erga adda baasee booda shugguxii isaa fudhatee valariaatti dhukaasuun
Bakka lama rasaasaan rukutuun ajj**eese!
Yeroo kana hiriyyaan valaria naasuu fi iyya tokko malee live valaria osoo cufaa jirtuus fuulli ishee argameera!
Hiriyyaa du’aaf isin qopeessu qabdumoo?
Hiriyyaa ulfinaaf isin qopeessu qabdu?
Dandeettiin wal beeknee waliin ooluu keenyaa hagamidha?
Waaqayyo namoota nutti dhi’oo jiran irraa cimsee nu haa eegu🙏

Gutu Abera Biyyikoo Oromia Afaan koo Afaan oromoo
17/05/2025

Gutu Abera Biyyikoo Oromia Afaan koo Afaan oromoo

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biyyikoo Oromia Afaan koo Afaan oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category