Kalqan Studio

Kalqan Studio ๐ŸŽฌ KALQAN STUDIO
๐ŸŽฅ Short Films & Edits
โœจ Create โ€ข Inspire โ€ข Entertain
โค๏ธ New Videos Every Week

Qamaleen Hidhii Burtukaana Fakkaatu Koongotti argame.Oduu KALQAN STUDIO(Adoolessa 17,2026) FinfinneeSanyiin qamalee haar...
20/07/2026

Qamaleen Hidhii Burtukaana Fakkaatu Koongotti argame.

Oduu KALQAN STUDIO(Adoolessa 17,2026) Finfinnee

Sanyiin qamalee haaraa hidhii halluu burtukaanaa qabu DR Koongootti argame

Sanyiin qamalee hidhii burtukaanaafi fuula gurraacha qabdu Rippaabliika Demookiraatawaa Koongootti argamte sanyii haaraa ta'uu saayintistoonni himan.

Qamaleen sanyii haaraa kuni bosona guddaa fagoo Paarkii Biyyaalessaa Lomaamii baha biyyattiitti argamte.

Hojjetaan kunuunsa bosonaa bineensa addaa kana bara 2008 argee suuraa sirriitti hin mul'anne kaasee ture.

Waggaa kudhan booda gareen saayintistootaa qamalee kana qorate sanyii kanaan dura hin beekamnedha jedhe jira.

Waggaa 75 keessatti qamaleen sanyii haaraa shanaffaa Afrikaa keessatti argamuusaati.

Maddi:- BBC News Africa

Sudeysii Kadir

Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf๐Ÿ‘‡
Facebook- www.facebook.com/kalqanstudio1
Youtube- www.youtube.com/
Telegram- https://t.me/kalqanstudio
Tiktok- www.tiktok.com/
KALQAN STUDIO Qaroo haaraa

President Trump presents World Cup medals and the championship trophy following Spain's 1-0 victory over Argentina in th...
20/07/2026

President Trump presents World Cup medals and the championship trophy following Spain's 1-0 victory over Argentina in the 2026 FIFA World Cup final.

Spain defeats defending champion Argentina after Ferran Torres scores the only goal of the match in extra time to secure the World Cup title.

๐ŸŽ‰ DORGOMMII TILMAAMAA! โšฝ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท France ๐Ÿ†š England ๐ŸดTapha guddaa kana keessatti firii sirriitti tilmaamaa jechuun badhaasa mo'...
17/07/2026

๐ŸŽ‰ DORGOMMII TILMAAMAA! โšฝ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท France ๐Ÿ†š England ๐Ÿด
Tapha guddaa kana keessatti firii sirriitti tilmaamaa jechuun badhaasa mo'achuu dandeessu!
๐ŸŽ Namoota firii sirriitti tilmaaman keessaa namoonni 10 filatamu; tokkoon tokkoon isaanii Kaardii Moobaayilaa Birrii 100 ni badhaafamu!
๐Ÿ“Œ Badhaafamaa ta'uuf:
โœ… Fuula Kalqan Studio Follow godhaa.
โœ… Maxxansa kana Like/React godhaa.
โœ… Maxxansa kana hiriyoota keessaniif Share godhaa.
โœ… Tilmaama keessan (fkn. France 2โ€“1 England) Comment Section keessatti barreessaa.
โ— Hubachiisa
๐Ÿšซ Comment Edit gochuun hin fudhatamu.
๐Ÿšซ Tilmaamni erga tapichi jalqabee booda galfamu hin fudhatamu.
๐Ÿ“ข Seeraa fi dambiin dorgommichaa hojii irra ni oola.
๐Ÿ”ฅ Ammauma firii tilmaamaa; carraa badhaasa Birrii 100 hin darbin!

๐‡๐š๐ซ๐š๐ซ ๐ซ๐ž๐ฏ๐ž๐š๐ฅ๐ฌ ๐š ๐ฎ๐ง๐ข๐ช๐ฎ๐ž ๐›๐ž๐š๐ฎ๐ญ๐ฒ ๐š๐ญ ๐ง๐ข๐ ๐ก๐ญ, ๐ฐ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐ฌ๐ก๐ข๐ง๐ข๐ง๐  ๐ฅ๐ข๐ ๐ก๐ญ๐ฌ, ๐ญ๐ข๐ฆ๐ž๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐ซ๐ฆ ๐š๐ง๐ ๐š ๐ฆ๐š๐ ๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐š๐ญ๐ฆ๐จ๐ฌ๐ฉ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐œ๐จ๐ฆ๐ž ๐ญ๐จ๐ ๐ž๐ญ๐ก๐ž๐ซ ๐ญ๐จ ๐œ...
16/07/2026

๐‡๐š๐ซ๐š๐ซ ๐ซ๐ž๐ฏ๐ž๐š๐ฅ๐ฌ ๐š ๐ฎ๐ง๐ข๐ช๐ฎ๐ž ๐›๐ž๐š๐ฎ๐ญ๐ฒ ๐š๐ญ ๐ง๐ข๐ ๐ก๐ญ, ๐ฐ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐ฌ๐ก๐ข๐ง๐ข๐ง๐  ๐ฅ๐ข๐ ๐ก๐ญ๐ฌ, ๐ญ๐ข๐ฆ๐ž๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐ซ๐ฆ ๐š๐ง๐ ๐š ๐ฆ๐š๐ ๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐š๐ญ๐ฆ๐จ๐ฌ๐ฉ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐œ๐จ๐ฆ๐ž ๐ญ๐จ๐ ๐ž๐ญ๐ก๐ž๐ซ ๐ญ๐จ ๐œ๐ซ๐ž๐š๐ญ๐ž ๐š ๐ญ๐ซ๐ฎ๐ฅ๐ฒ ๐ฆ๐ž๐ฌ๐ฆ๐ž๐ซ๐ข๐ณ๐ข๐ง๐  ๐ž๐ฑ๐ฉ๐ž๐ซ๐ข๐ž๐ง๐œ๐ž. โœจ
Visit Harar

15/07/2026

Success is not built overnightโ€”it is built one small step at a time. Every challenge you overcome, every lesson you learn, and every effort you make brings you closer to your dreams. Stay focused, stay disciplined, and never give up. Your future is created by what you do today. Keep believing in yourself, because your time is coming. ๐Ÿ’ชโœจ
:

๐ŸŽฌ Carraa Jaalalaa ๐Ÿ’™๐Ÿ“š Part 1 amma gadi lakkifameera! Jaalala, hiriyummaa fi school life waliin daawwadhaa. Link armaan ga...
13/07/2026

๐ŸŽฌ Carraa Jaalalaa ๐Ÿ’™๐Ÿ“š Part 1 amma gadi lakkifameera! Jaalala, hiriyummaa fi school life waliin daawwadhaa. Link armaan gadiin ilaalaa! โค๏ธ

๐Ÿ’™ Carraa Jaalalaa | Part 1 | Oromo School Life Drama | KALQAN STUDI...

10/07/2026

โค๏ธ Carraa_Jaalalaa Part 1 ๐ŸŽ’๐Ÿ“š
Jaalalli mana barumsaa keessatti akkamitti jalqaba? ๐Ÿ˜ขโค๏ธ Seenaa isaanii ilaalaa, hanga xumuraatti nu waliin turaa!
๐Ÿ’ฌ Yaada keessan comment irratti barreessaa. โค๏ธ Like godhaa. ๐Ÿ” Share godhaa. โž• Follow KALQAN STUDIO jechuun kutaa itti aanu hin dhabinaa!
Kalqan Studio @

03/07/2026

๐ŸŽ™๏ธ Baga nagaan dhuftan KALQAN STUDIO!
Barnoota ๐Ÿ“š | Marii ๐ŸŽค | Podcast ๐ŸŽง | Odeeffannoo ๐Ÿ“ฐ
Qabiyyee mootummaa, hawaasaa fi of-guddinaa qulqulluu Afaan Oromootiin isiniif dhiheessina.
โค๏ธ Like ๐Ÿ’ฌ Comment ๐Ÿ”„ Share โž• Follow

Address

ETHIOPIAN
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kalqan Studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share