jaal Sasseqa

jaal Sasseqa Ofta’aun mallattoo jaalalaati oromo too��
(1)

24/09/2026

“Hanga yoom hamilee walcabsina

21/09/2026
18/09/2026

“Dalagaa mirqaanaa 🌿😂

16/09/2026

“Kun timaamtimi kun shunkurtaa kun zeeta 😂

"Ebba fi faamaa Toofiiqee Yuusuf Idiris,!Baga lafa kee tan yeroo kee qaalii aarsaa godhaa turte sana irratti nagayaa fi ...
07/09/2026

"Ebba fi faamaa Toofiiqee Yuusuf Idiris,
!Baga lafa kee tan yeroo kee qaalii aarsaa godhaa turte sana irratti nagayaa fi gammachuun firii kee tan yeroo dheeraa abjuuchaa turte yeroo dhiyootti argatte.
Baga injifatte! Kolonii wallaalaa,
Eebba fi Yeroo Fuulduraa: "Milkaa'inni kun jalqaba malee xumura miti. Beekumsi fi dafqni kee har'a firii godhate kun ifa fi abdii saba keetiif gumaacha guddaa akka ta'u eebbisa keenyaa fi hawwii keenya fitinaa malee saqameedha..
Nageenya fi Milkaa'ina: "Gammachuun kee gammachuu keenya; Rabbini beekumsa kee caalaatti siif haa eebbisu, mul'ata kee isa guddaafis balbala milkaa'inaa itti fufuun siif haa banu!"

03/09/2026

“Barataa fakkeeny dhalootaaf tahu 🎉

03/09/2026

Barataa fakkeenya dhalootaaf ta'u"

"Waan jabaatteef ittuma jabaadhu, Obbo Leeysaa keenya!Dāmeysā Usmail Alii, waan facaafatte baga muratte! Bara qormaanni ...
31/08/2026

"Waan jabaatteef ittuma jabaadhu, Obbo Leeysaa keenya!
Dāmeysā Usmail Alii, waan facaafatte baga muratte! Bara qormaanni jabaatee barattoonni dabruu irraa abdii kutatan keessatti, ati abdii nutti hortee qormaata bara kanaa 515 (dhibba shaniif kudhashan) fiduun hedduu nu boonsite! Ilma biyya tiyya, ammas kana caalaa akka hojjetu abdii guddaa qabna.
jabaa, oofi! Abbaa jabeeffadhu!"

24/08/2026

Yaadaa naa dhufe😂😂😂😂

20/08/2026

❤️Haadha malee hin tolan

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when jaal Sasseqa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share