Oromo & Oromia

Oromo & Oromia The backbone of Ethiopia is Oromo and Oromia.

Oromummaan bar Miidhagina!DAGI Pictures
15/05/2024

Oromummaan bar Miidhagina!

DAGI Pictures

Coming Soon
14/05/2024

Coming Soon

Dr. Lammaa Magarsaa Qaroo Sabaa
10/05/2024

Dr. Lammaa Magarsaa Qaroo Sabaa

Yooyyaa Aaga dhaga'aa... Inistiitiyuutiin Aartii Oromiyaa Barattoota Marsaa 7ffaaf (Araaraa Batch) ... Caamsaa 11/2016 A...
09/05/2024

Yooyyaa Aaga dhaga'aa... Inistiitiyuutiin Aartii Oromiyaa Barattoota Marsaa 7ffaaf (Araaraa Batch) ... Caamsaa 11/2016 A.L.H Dilbata ganama sa'atii 2:00 kaasee haala adda taheen ni eebbisiisa. Isiin hundinu akka nurraa hin hafne! ...

'Qorannoon ajjeeechaa Battee osoo hin danqamiin akka raawwatu nan tumsa'- USAjjeechaa Obbo Battee Urgeessaarratti qorann...
09/05/2024

'Qorannoon ajjeeechaa Battee osoo hin danqamiin akka raawwatu nan tumsa'- US
Ajjeechaa Obbo Battee Urgeessaarratti qorannoon Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaatiin gaggeefamu ''danqamuu hin qabu'' jedhe Mootummaan Ameerikaa.
Embasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu ibsa gabaabaa Roobii baaseen ''ajjeechaa Batteerratti qorannoon KMNI gaggeefamu akka hin xumuramne danqaan isa mudachuun irra hin jiru'' jedhe.
https://bbc.in/3JSykcN

Ashamaa akkam jirtu Ilmaan Oromoo uummatni Oromoo akkuma baayyina Lafa isaa fi saba isaa aadaa, seenaa waraabamee hin dh...
08/05/2024

Ashamaa akkam jirtu Ilmaan Oromoo uummatni Oromoo akkuma baayyina Lafa isaa fi saba isaa aadaa, seenaa waraabamee hin dhumne saba qabu dha. Kana malees gootawwan hedduu fi hayyuwwan qabaachuun Biyya omishtee dha. Sana keessaa ammoo Godinni Iluu Abbaa boor Biyya uumammaan badhaatee fi gootawwan seenaa jabaa hojjatan, garuu moo maqaan isaanii hin leellifamne hedduu qabdi. Artistii Jabaa Iluun qabdu keessaa weellisaa Takkaaliny Xannaa(Takkee Iluu) kanaan dura Wallee isaa Qalloo Koo maalii
Iluurra dhaabbadhee bosana daawwadhe jechuun kan weellise ammaan kana ammoo Wallee ajaa'ibaa walaloo ergaa ciimaa, warraabbii vidio sadarkaa olaanaan warraabameen qabatee karaa vision entertainment dhufaa jira.
Yeroo dhihootti nu eega

OROMUMMAA
08/05/2024

OROMUMMAA

Jirtuu?🎶 🥁 🎸 🎷 🎸 ♪ Galmeen dorgomtoota Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa har'a raawwatee jira. Warri galmooftan galatoomaa!A...
08/05/2024

Jirtuu?

🎶 🥁 🎸 🎷 🎸 ♪

Galmeen dorgomtoota Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa har'a raawwatee jira. Warri galmooftan galatoomaa!
Adeemsi calallii abbootii seeraafi ogeessota hirmaachise, guyyaa sirna badhaasa Haacaaluu Hundeessaa irratti kan ifoomu ta'a.

Hagasitti, waa'ee badhaasa Haacaaluu Hundeessaa fi ulaagaalee badhaasichaa beekuuf, link itti aanu cuqaasuun dubbisuu ni dandeessu!

https://hachaluhundessaaward.org/download-guideline

Seenaa rirmi hin nyaatu!

Galatoomaa!

OBBOLUMMAA
07/05/2024

OBBOLUMMAA

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo & Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share