Dinegde's art

Dinegde's art veterinary service pencil sckeching

  walfare  beylada
27/04/2024

walfare
beylada

OROMIYAAGara-bal'eettiikooDandeessuu waan maraaHunda qabaattuukooSitu na mararaIrraan magariituu fakkaattii jannataaIlma...
26/04/2022

OROMIYAA

Gara-bal'eettiikoo
Dandeessuu waan maraa
Hunda qabaattuukoo
Situ na marara

Irraan magariituu
fakkaattii jannataa
Ilmaan ati qabdu
harme si jaallata

Sirraa naaf ha qabu
ilkaan sitti of qaru
Imimmaankee yaa'u
oolee hin bulle ha qooru

Gara laafeettiikoo
Simattuu ormaa fi firaa
Boo'aa tasa hin haftu
Ilmaankeetu siif jira

Oromiyaa kiyya
qe'eekoo ishee Warqi
Bilisummaa kankee
ijakeen naaf argi

Baacaa tiin.

Dina's art πŸŽ¨α‰ α‹¨αŒα‹œα‹ ምርαŒ₯ ምርαŒ₯ α‹¨αˆ΅αŠ₯ል αˆ΅αˆ«α‹Žα‰½αŠ• αˆˆαˆ›αŒαŠ˜α‰΅ α‹¨α”αŒƒα‰½αŠ• α‰°αŠ¨α‰³α‹­ αˆ΅αˆˆαˆ†αŠ“α‰½αˆ ከልα‰₯ αŠ₯αŠ“αˆ˜αˆ°αŒαŠ“αˆˆαŠ•πŸ™ αˆˆαˆ›αŠ•αŠ›α‹‰αˆ αŠ α‹­αŠα‰΅ α‹¨αˆ΅αŠ₯ል ቡαŠ₯ዛዝ πŸ‘‰πŸ‘‰ 0943834523https://t....
05/11/2021

Dina's art 🎨
α‰ α‹¨αŒα‹œα‹ ምርαŒ₯ ምርαŒ₯ α‹¨αˆ΅αŠ₯ል αˆ΅αˆ«α‹Žα‰½αŠ• αˆˆαˆ›αŒαŠ˜α‰΅ α‹¨α”αŒƒα‰½αŠ• α‰°αŠ¨α‰³α‹­ αˆ΅αˆˆαˆ†αŠ“α‰½αˆ ከልα‰₯ αŠ₯αŠ“αˆ˜αˆ°αŒαŠ“αˆˆαŠ•πŸ™ αˆˆαˆ›αŠ•αŠ›α‹‰αˆ αŠ α‹­αŠα‰΅ α‹¨αˆ΅αŠ₯ል ቡαŠ₯ዛዝ πŸ‘‰πŸ‘‰
0943834523
https://t.me/dinas_art

Goota dhabani callifachun hoodaDhiiga marartu sana nu barbaada🎢
29/10/2021

Goota dhabani callifachun hooda
Dhiiga marartu sana nu barbaada🎢

You are always be our hero!!!
27/10/2021

You are always be our hero!!!

Boree ko πŸ˜”
24/10/2021

Boree ko πŸ˜”

Proud of u bro
19/09/2021

Proud of u bro

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dinegde's art posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category