Hangaasuu jaalalaa

Hangaasuu  jaalalaa About the fiture brightness of love.

19/05/2025
Ilma koo kunsine abdukarim naf eeybisaa
27/03/2025

Ilma koo kunsine abdukarim naf eeybisaa

17/03/2025

Rasaasa jaalalaa
Kan onneetti na dhooytee
Si jaalachuu koo agarraan
Maaliif na qaalooytee
Gubaa jaalalaa teetiin
Onneen na machooytee
Gad bahii na dubbisii
Yoonifi si mijjooytee

19/02/2025

Shamarraan Keenya yeroo jaalaltii Haadha manaa si godhuu dadhabde tana keeysattii feedhiin lubbuu keetii Haadha namaa Akka sin goone of eggadhuu adaraaa

Address

Artist
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hangaasuu jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Hangaasuu jaalalaa:

Share