Naji kadir

Naji kadir Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Naji kadir, Jimma.

10/11/2025
Guyyaa har'aa Sadaasa 1/2018 E.C jiraattonni naannoo Affar magaalaa Abaalaa fi naannawa ishee jiraatan hiriira nagaa gag...
10/11/2025

Guyyaa har'aa Sadaasa 1/2018 E.C jiraattonni naannoo Affar magaalaa Abaalaa fi naannawa ishee jiraatan hiriira nagaa gaggeessaniiru.

Odeeffannoon Kominikeeshinii naannichaa hiriira nagaa ilaalchisee arganne akka ibsutti, jiraattonni haleellaa garee shororkeessaa TPLF fi Sha’abiyaa akkasumas “walta’iinsa” naannawa isaaniitti raawwatamaa jiru balaaleffataniiru.

"Uummanni gara diimaatti haa deebi'u lafa Affaar humnoota Tigraayiin qabatte keessaa haa bahu" kan jedhan mormitoonni kunneen, yoo kana hin taane Affaarii fi mootummaa federaalaa waliin mari'atanii mirga isaanii kabachiisuuf deemu jedhan.
Natnael Mekonnen 🔪

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naji kadir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share