Miidiyaa Caaya Oromummaa

Call Website Contact the establishment

Miidiyaa Caaya Oromummaa odeeffannoo haarawaaf nu hordofaa! https://www.youtube.com/channel/UCYnWZj7OqEjt6F4pLL6lpEg,

Barsiistuu waggaa 6 sireerra ciisaa jirtu eenyutu yaadate?Barsiisaan qaroo dhalootaa qaree baasa. Namni amma bakka gudda...
09/07/2026

Barsiistuu waggaa 6 sireerra ciisaa jirtu eenyutu yaadate?

Barsiisaan qaroo dhalootaa qaree baasa. Namni amma bakka guddaa gahe kamuu yoo xiqqaate akka itti maqaa ofii barreeeffatu barsiisaatu itti agarsiise. Kanaaf barsiisaan galata nama hundaarraa qaba. Tahus, jireenya miindaan jiraatamu keessatti, ummata keessa jiraatuun ala gama maallaqaan Wabii Egeree akka hinqabne beekamaadha. BARSIIFTUU BUZUUS kanumatu mudate.

Brsiiftuu Buzuu Taayyee jedhamti. Bara 2003 irratti dhukkuba nerviitiin qabamte. Hanga dandeettishee yaalamaa osoo jirtuu itti cimaa deemnaan Bara 2012 kastee guutummaatti hojii dhabdee sireeti deebite.

Duraan Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ilfataatti Mana barumsaa Dhaabaa Bubbee barsiisaa turte. Kunoo waggaa 6f namatu gadi baasee olgalcha. Mana fincaaniiyyuu deggarsa namaatiin dhaqxi, ofiin socho'uu hindandeessu. Waahee mana yaalaa abdii kuttee dhiifteetti. Sanaaf sababni qorichi ajajameef qarshii 1.7M akka bitamutu itti himame. Akkasiin yaala dhabdee galte.

Kan isheen ciisaa jirtu Magaalaa Ginci keessa. Ammatti wilcharii ittiin sochootu barbaaddi! Mee adaraa akkamiin deggaruun dabdaa'ama?Lak.baank ishee asii gaditti waan waanuma dandeessan godhaa! Bilbilaa jajjabeessaa! Dhibee akkasii isin hinargin!
Buzu Taye melka
1000301372829
CBE
Bilbila: 0925313908

Warri hojichi beekuu barbaaddan dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
18/06/2026

Warri hojichi beekuu barbaaddan dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Namoonni 4000 Leenjii Fudhachaa turan...

Kaleessa galgala namoota Kuma afurtu leenjii narraa fudhachaa turan. Namoonni kunniin warra bizinesa online hojjetaa jiraniidha. Askeessa amantiin walqooduun hinjiru. Namni hunduu Jaalalaan waliin hojjeta. Platform kana keessatti, namnuu safuufi safeeffannaa eegee dalagata. Akka TikTok sanarraa nama arrabsuun dhorkaadha. Namni kamuu amantiin, sanyummaan, eenyummaa namaa tuquunnxiqqeessuu hindanda'u. Sana kan godhu taanaan app sana keessaa nihaqama.

Nagaas hindaganne, Akkam jirtu? Yaada namoota baayyee yeroon ilaalu, hojii bizinesii Ani hojjechaa jiru hirmaachuuf fedhii akka qabdan arge. Garuu, waan hojjetamu hubachuu barbaaddu. Bizinesichi waan bal'aa ofkeessaa qaba. Kanaaf waan hundaa asitti isinitti himew xumuruuf hindanda'u. Ta'us, irruma keessa isiniif ibsa.

Platfomichi pop live jedhama. Bara 2022 biyya Sigaapooritti hundeeffame. Waggaa 4 oliifi hojiirra jira. Hojichi maali? Hojiinsaa coins gurguruudha. Coins platformichaa block-chain hunda irratti fudhataam qaba. Walumaagala platform Kuni waan sadii irratti bu'uree jira.

1. Coins (product inni ofkeessaa qabduudha). Dhaabbileefi namoota dhuunfaati gurgurtaa. Gama biraanimmoo baajata daldalaa inni daldala askeessa jiruuf ramaduudha. Namoonni baajata ramadame sanaan virtual trade godhu. Achirraas bu'aa argattan 70% argatu. Dhibbantaan 30 immoo platform sanaaf hafa.

2. Bakka gabaa qaba!
Gabaan platform kanaa digitalawaadha. Achi keessa virtual material hedduutu kahameera Jira. Innis bittaafi gurgurtaa namoota lama gidduutti geggeeffamuudha. Namoonni gabaa kana keessa bitanii gurguruun galii argatu. Platform sanaafis bu'aa buusu. Bakki Kuni bakka social network itti ijaaramuudha. Namoonni waliin daldalanii bu'aa argatan gara point jijjiiramaaf. Points sunimmoo walitti ida'amee doolaara ta'a. Doolaara sanas baankii barbaadanitti baafattu. Askeessatti hojii hojjetanii qarshii argachuutu dhamaatii barbaada malee, qarshii baankii barbaadanitti baafachuuf karaan deemasan daqiiqaa 4 hanga daqiiqaa 15 qofaadha. Baafachuun salphaadha jechuudha.

3. Miidiyaa mataasaa qaba
Hojii platforma kanaa jabeessee utubee kan qabe tokko miidiyaadha. Hojiin beeksisaa, hojiin daldalaa, leenjiin kennamu hunduu miidiyaa kanaan adeemsifama. Miidiyichi qophii bashannanaa ofkeessaa qaba. Namoonni shubbisa, walaloo, wallisuu ykn faarfachuu, yoo fedhan baacuufi kkf taasisuuf danda'u. Kuni hunduu hojii galii argamsiisuudha. Artists warra ta'antu itti hirmaata qophii bashannanaa kanatti. Torbeetti yoo xiqqaate dolara 50 oltu itti kaffalamaaf.

Hojiin Ijoon platformichaa social network ijaaruudha. Sana gochuu kan danda'ummoo nama agent tahe. Agent tahuuf leenjii fudhachuu barbaachisa!

Namoonni baayyeen leenjii waan hinfudhanneef waan hojjetan hinbeekan. Kanaaf milkaa'uuf dadhaban. Ibsa barbaachisu hagana isiniin jedha. Yeroo galmooftan immmoo caalaatti leenjiitu.
Warri barbaaddan chanel telegram https://t.me/qubeenquba seenaa link achi keessa jirun app buufadhaa galma'aa! Akkaataa galmee immoo viidiyoo ilaalaa!
Fedhasaa

14/06/2026

Daarseen Waan nama gootu dhaggeeffadhaa!

14/06/2026
14/06/2026
Galiinkee Harraa Meeqa?
14/06/2026

Galiinkee Harraa Meeqa?

Galii egereekee Guddisuuf

Galiin namni lafa kanarraa argatu gosa lamatti qoodama. Innis: galii battalaafi galii egereeti.
1. Galii Battalaa (Active Income)

Galiin gosa kanaa qaxaramuu ykn ofqaxaruudhaan kan argamuudha. Battaluma hojjetamutti argama. Ittiin jiraachuuf barbaachisaa ta'us Wabii jireenyaa hinta'u. Jireenyuma harkaa gara afaanii jiraachisuudha. Waan barbaaddan ittiin bitachuun abjuudha. Waan barbaachisu qofaa bita.

2. Galii Bulee Dhufu (Passive Income)

Galiin akkasii harra hojjetanii gatii waan hojjetan sanaa harra miti kan argatan. Ijaarsa bizinesiitiin argama. Yeroo dheeraa irratti hojjetanii bu'aa argamuudha. Tureem waan dhufuuf galii adda hincinneedha. Dadhabbii guddaadhaan waan argamuuf galii guddaa kuufamee dhufuudha. Galii walabummaa maallaqaa akka argatan nama taasisuudha.

Galiiwwan lameenuu jiruu ilma namaa keessatti barbaachisoodha. Lachanuu hojjechuu gaariidha.

Bizinesiin 'Social Network' Ijaaruu ani yeroo baay'eef beeksisaa Ture galii bulee dhufu qabatee jira. Warri galii battalaa barbaaddan hojjechuuf obsa hinqaban. Warri obsaan sirna dinagdee kanaa ijaaran bu'aa gaarii argachaa jiru.
warri obsaan hojjetanii.sirna galii isiniif argamsiisu ijaarralachuu barbaaddan kottaa leenjii fudhadhaa!
Telegram Chanelii: https://t.me/qubeenquba
Whatsapp: 0946677313
0911787196
Fedhasaa Taaddasaa

13/06/2026

Isa qabdetti cichi!
Akkam jirtu? Leenjiin itti fufee jira. Namoonni leenjii fudhataa hojjechuu barbaaddan kottaa! Toluma leenjiitu, hojjennaan galii argattu!
Chanelii Telegram πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡seenaa galma'aa!
https://t.me/qubeenquba

13/06/2026

Kutaa 1ffaa: App Pop Live VS Tiktok

(Qalbifannaan Dubbisaa)
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Pop Live vs TikTok

Nagaan isiniif haata'u! Akkam jirtu? App Ani keessa hojjedhuufi TikTok gidduutti garaagarummaa jiru isiniif ibsuu dhufe.

TikTok
Account banatu. Followers kadhattu. Jala yaa'anii namaaf tap tap godhaa oduu dhaggeeffatu. "Jijjiiri jijjiiramiin" achirra jirummoo 'saaksiidha'! Wanti jijjiiramu homtuu hinjiru. Namni baayyeen sa'aatii dheeraa achi jala taa'a. Scrol godhaa oola. Live galee faaydaa argatu hinjiru. Reward platform kennu hinjiru. Gift namootaa qofaatu bifa coins siif dhufa. Isayyuu 60% kuteetu 40% siif kenna. Isheedhuma gift argattuyyuu, qarshii achirraa baasuun ulfaataadha. Paypal sigaafata; sunimmoo biyya kana keessatti hinhojjetu. Kanaaf namni qarshii irraa baafatu nama fira amanamaa alaa qabu qofaadha. Walumaagalatti, TikTok irra hojii osoo hintaane ODUU qofaatu jira.

Pop Live
Akkuma TikTok app social media'dha. Account banatu. Reward guyyaa guyyaa coins walitti qabachaa leenjii hojii fudhatu. Coins walitti qabamu adeemsa addaddaa keessa darbee qarshiitti jijjiirama. Live yeroo galan fayidaan argamu nijira (dhiironni achirratti garee ofii ijaaru! Dubartoonni point qalitti qabachaa garees ijaarratu. Leenjiin live/part irratti kennama.

Hojii hojjetamu irratti hundaa'uun Reward platform kennu hedduudha. Afeeraadhaan reward argatu. Gift namni namaaf nikenna. Gabaa keessa bitanii gurgurantu jira. Waan hojjetan 70% hanga 90% argatu kuteetu. Galiin gosa gurguddoo sadii platorm nikenna. Reward, commission, tip (waa'ee kanaa seeraan leenjii keessatti ibsamee jira). Galii argame kana baankiitti baasuun karuma salphaa raawwatama. Hojjechuutu cima malee qarshii baankiitti baafachuuf salphuma.

Garaagarummaa guddaan TikTok fi Pop Live
πŸ‘‰Pop Live nikaffala;
πŸ‘‰TikTok hinkaffalu!
πŸ‘‰Pop Live bakka hojiitti
πŸ‘‰TikTok bakka oduuti
πŸ‘‰Pop Live keessa hojiilee qarshii argamsiisan gosa baayyeetu jiru.
πŸ‘‰TikTok keessa hojiin zeeroodha; hinjiru.

Hubachiisa!
1. Filannoon kanuma abbaati. Yoo fedhe TikTok irraa hamuummachaa oola. Yoo kaan bakka hojii dhufanii ofjijjiiruudha.
2. Pop Live irraa warri galii dhaban, warra leenjii hinfudhatiniidha. Leenjii fudhatanii 'agent' ta'anii warra hojjetantu garee Ijaaruu danda'a. Garee sana keessatti hojii hojjetamurraa galiin argama.
3. Link isiniif ergamuun yoo baafattan waan argattan qabdu; callistanii yoo buufatatta reward dhabdan qabdu.

Hojjechuu warri feetan akkaataa itti galmooftaniifi link ittiin buufattan Chanelii Telegram: https://t.me/qubeenquba seenaa jalqaba leenjii fudhadhaa!
Fedhasaa Taaddasaa

13/06/2026

Mirgakoof dubbachuu namni nadhowwuu hindandahu!

"Dhalootni barate mirgasaaf falmata!" Kan jedhe Jeneraal Taaddasaa Birruuti. Callisuun fala miti.

Mana sanatti namatu gale jedhu. Gaaffiin deebii argachuu qabu nami suni akkamiin itti gale? Eenyutu kenneef? Mootummaan quba qabaa? Namnooni biroos keessan iyyaafadhaa mee!
Hubachiisa! Waan kana yeroon barreessu qaamni dhimmi ilaallatu akka itti xiyyeeffatuufidha. Waa'een mana waliinii magaalaa Finfinnee kuni walxaxaadha. Qorannoo gadi fagoo hojjechuu gaafata. Waan meeqa hojjetamaa akka jiru namni wal'aale hinjiru.
Fedhasaa Taaddasaa

Address

Alemgena
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa Caaya Oromummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Miidiyaa Caaya Oromummaa:

Shortcuts

Share