30/06/2026
Harmee. koo !!!! Beelaa kee beela,een ati nyaatuu quufaa eelaa kee eelladheen caba keetif kufa ×2 gammachuun kee naafis hiikaa guddaa qabdii. Jiraachuu kan keeti natis hoora Abdii ×2
Sii keessan jiradha atis ana keessa luggama jiruutu nu laman.
Gaggeessa siifan dhukkufadha Gadda keefan bo,aa ×2
Gammachuu Qe,een keen Qe ,ee kootis ho,a waransa cinachaan utuuti quqqamtu an callise hin ta,u Gafaa ati tuqamtu ×2
Gidiiraa jireenya Dabarreen si reebuu imimman koo cobu
Si ha basuu dheebuu utuun jiruu dhalli kee foon maddi akkam
Si qooraa hin beelooftu tasuma nyaata ta,een si sooraa×2
Dagalee mana keeti an sifaan ta,a ribuu utuun si ilaluu Gaddadoon sirra hin sirbuu harqootti saggoo kee irraa siin ta,u qoolee gubbaa keenyaan mana keeti Qaawwe erbee ta,een suphaa ×2
Sin ta,a an dhalli kee dhukkubba keef qorichaa siin cessisa Laga
Rakkoo an siif ta, e riqiichaa ×2
Harmee koo !!!!!!!;:::
Osoo ati iyyituu an xaxxadhee hin ciisuu dhibee ati qabdu
Na dhukkubba hin dhiisuu miiraa keen dhamdhama rakkoo
Rakkoo kee na argaa Gafaa ati wawwatee natii Rastuu
Harkaa jiruun kee colligee akka inni lalisuu sifan Jira jedha
Si jalan hin callisuu ×2
Anis cinninsuu keen si fana mixxadhaa
Obsa si galaseen Abdii sitti hixxadha×2@
Barreessan walaloo Amado dubbistanii yoo isinitti tole yadaa keessan commenti jala nuuf ka,a yeroo biiraa hangaa walitti deebinutti
Naga Wajjin bye bye