Eyob Yadeta Ministry

Call Website

Eyob Yadeta Ministry Initiated To Preach The Word Of God To Nations

23/09/2026

Mee hordofaa waan kana erga dhaggeeffatanii share walii godhaa galatoomaa 0911197188

ABDII RAGGAASAA  YESUUSIIN DHIISEE DU'A HAFUURAA DU'E MALEE DU'A FOONII HIN DUUNE  BIYYA TURKIIITTI YAALAMAA JIRAA KADHA...
22/09/2026

ABDII RAGGAASAA YESUUSIIN DHIISEE DU'A HAFUURAA DU'E MALEE DU'A FOONII HIN DUUNE BIYYA TURKIIITTI YAALAMAA JIRAA KADHADHAAFI ADARAA EEBBIFAMAA

Woooooooow የምችለው መዘመር ብቻ ነዉ ።
21/09/2026

Woooooooow የምችለው መዘመር ብቻ ነዉ ።

Hanna Tekle,Yishak Sedik,Awtaru Kebede,FrayTV,Henok Mengistu,Eyu Ch...

“Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka;”  — Naho. 1:7
20/09/2026

“Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka;”
— Naho. 1:7

19/09/2026

EYOB SPIRITUAL BOOK SHOP
ኢዮብ መንፈሳዊ መፅሐፍ ቤት 0911197188
MAMA KITAABA HAFUURAA IYOOB

Pastor Samii koo waaqayyoo baga si gargaaree kitaaba kee kana namoota baayyeetu eeggaa jira jabaadhu waldaan guutuu wang...
18/09/2026

Pastor Samii koo waaqayyoo baga si gargaaree kitaaba kee kana namoota baayyeetu eeggaa jira jabaadhu waldaan guutuu wangeelaa saansuusiis tumsa Pastor saamiif gootaniif guddaa galatoomaa sanbata dhufaa jiru jechuun 10 01 19 ganamaa sa'ati 4 irraa eegalee kitaabi SADAN TOKKICHA WAAQAYYOO jedhu waan eebbifamuuf hundumtuu afeeramtaniittu ! galatoomaa .

BOOJUU FI OLAANTUMMAAN  BARA BARNOOTA GAARII ISINIIF HAA TA'UMAQA YESUUSIIN KARAAN KEESSAN HAA QAJEELU  BIYYA LAFAAF IFA...
15/09/2026

BOOJUU FI OLAANTUMMAAN BARA BARNOOTA GAARII ISINIIF HAA TA'U
MAQA YESUUSIIN KARAAN KEESSAN HAA QAJEELU BIYYA LAFAAF IFA TA'AA AMEEN

መዝሙርም ከዘመሩ በኋላ ወደ ደብረ ዘይት ወጡ።ማቴዎስ 26:30
14/09/2026

መዝሙርም ከዘመሩ በኋላ ወደ ደብረ ዘይት ወጡ።
ማቴዎስ 26:30

13/09/2026

WALDAA GUUTUU WANGEELAA SAANSUUSIITTI MAALTU TA'UUFI MEE DHAGGEEFFADHAA !

Address

Gerji Mabrat Haile
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eyob Yadeta Ministry posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share