01/04/2020
Jaallatamtoota keenya kan fb hordoftan hundumaaf.
#.Afaan oromoo namoota haalaan hin dubbisne, hin barreessine (qubee guutanii hin barreessine), hin dhageenyee fi dubbachuu hin dandeenye hundumaaf karaa salphaa ta'een akka barataniif page
kana share akka gootaniifan ergaa isiniif qaba.
#.Hiriyaa afaan oromoo haalaan hin beekne yookiin immoo tasuma hin beekne hin qabdanii??? Maarree isaan kanaf karaa salphaa barsiisuuf qophee Keenya gara xumuraatti fidneerra. Mana isaanii taa'anii afaan oromoo haa baratan. Afaan baruun siyaasa tokkollee of keessaa hin qabu. Afaan kamiinillee yoo barattan isin fayyada malee waan tokkollee kan isin miidhu hin qabu.
*** kanaafiyyuu barachuu yoo feetan ykn Lammiin keessan akka baran yoo feetan nu horfofaa, warreen biraaf immoo share share godhaa.
#.KARAALEEN ITTIIN NU HORDOFUU DANDEESSAN:-
_ YouTube Keenya "wake show "
_email "[email protected]"
_ twitter "wake Asfaw ykn wake " fi
_ telegram Keenya "learning to afan oromo " kan jedhu hordofuun barachuu ni dandeessu.
*** # #.Maarree ofii keessanii join taatanii warra kan biraaf immoo amma ka'aatii share godhaa kaa!!!
√ hirmaannaan keessan baay'ee murteessaadha. Comment'n, share gochuun,akkasumas beekumsa keessaniin nu deggeruun keessan nu gargaara.
Yeroo dhihootti ni jalqabna, toora irratti nu eegaa...... TO LEARNING AFAN OROMO
Gmail is email that's intuitive, efficient, and useful. 15 GB of storage, less spam, and mobile access.