18/05/2026
Waa'ee Of-a**eesuu namaa kanallee hin maxxansu jedheen of qusadheen tureππ
Garuu...akkaataan du'a mucaa kanaa waanuma nama gaddisiisudha, Namni waanuma biyya lafaa kanaaf jecha, lubbuu isaatti murtoo godha πkunimmoo badiisa barabaraa ta'a malee ,jireenya barabaraa hin ta'uπ
" jedhamti. Asuma Jiraattuu Magaalaa Naqamtee yoo taatu, Koolleejjii 'New Generation' tti barattuu waggaa 4ffaa muummee Fayyaa (Nursing) ti. Barumsa isheetti qaxalee fi tattaafattuu turte jedhu hiriyoonnii fi barsiisonnisheeπ
Egaa Kaffaltiin mana barumsaa Qarshii Kuma Kudha Shan (15K) isheerratti hafee ture. Namni kaffaltii hin raawwanne immoo qormaata 'Exit Exam' qoramuu akka hin dandeenye yeroo beeksifamu, hiriyyoota ishee biraa hafuun abdii ishee kutachiise. Kanaafuu lubbuusheetti murteessuu akka filannootti fudhatte. Nama gaddisiisa."
Dhimmi of ajjeesuu kun xiyyeeffannoo guddaa barbaada. Namni akka durii qaamaan malee yaadaan wal bira hin jiru. Obbolummaan, firummaan, hiriyyummaan hunduu qorreera. Rakkoon ammoo waan nama hin goone hin qabdu. Garuu Waaqayyoon kadhachaa, itti cichanii jabaatanii waan danda'an gochuudha malee lubbuu ofiitti murteessuun sirrii miti. Waaqni nu haa gargaaru! π
Pls haala keessa jirtan keessaa bahaatii, Waaqayyoon kadhachuutti jabaadhaaπ