Amanuel Abera

Amanuel Abera Namummaan
Anaaf
Miidhaginakooti!❤️
Sin jaalladha ❤️❤️❤️

06/09/2025

I got over 50 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

31/08/2025
31/08/2025

Guyyaan hundi gaarii ta'uu dhiisuu danda'a.
Garuu
Guyyaa Keessa guyyaan gaariin tokko jira.❤️
follow me!

19/08/2025

Hiika Jireenyaa
Gonkumaa nama irraa hin eeggatin.
Jireenyakeeti,
Ofiikeetii hiika itti kennadhu!

09/08/2025

Waa'ee umuriikeetii dagadhu.
Yoo Abjuu milkaa'u qabaatte ,
Ammayyuu ijoolleedha.

09/08/2025

Ofiikee of kunuunsuun
Ofittummaa miti,
Furtuu gammachuukeetiiti.
💪💪💪

01/08/2025

Yeroo dhalatne,
Yeroo jiraatnutti,
Gaafa duunus
Qofaa keenyadha.
Waaqa keenyaan alatti Qaama kamittuu hin hirkattu ❤️

01/08/2025

Guyyaan borii
Har'arra waan caaluuf
Injifachuuf Of qopheessi!
🤷🤷

31/07/2025

Waa'ee kee dagadhee
Yaanni kees natti hafee
Osoon guyyaa tokko
Tasgabbaa'ee rafee!

Sin jaalladha jechuuf
Amalli kee dhibba
Danda'ees sin dhiisu
Gugee maaltu jibba?

Ammuma si loleen
Deebi'ee si yaadaa
Lola koo dagadheen
Si arguu barbaada!

Yoon qaamaan si argu
Dubbii keen mufadhaa
Jecha kee tokkittiin
Shantaman gufadha!

Narraa yoo fagaattee
Garaa na hammaataa
Si bareen gubadhee
Akkam tahuu laata?🤪
Seenaa Oromootu barreesse.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amanuel Abera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share