Caalaa Carcar-CC

Caalaa Carcar-CC If u are looking for Caalaa in jail, or hospital or other place, u may not find me besides in Ethiopia oromiyaa balloo, at caffee gadaa band.
(2)

๐€๐ฎ๐ญ๐ก๐จ๐ซ, ๐๐จ๐ž๐ญ๐ซ๐ฒ
&
๐’๐จ๐ง๐  ๐ฐ๐ซ๐ข๐ญ๐ž๐ซ

๐ˆ๐Ÿ u ๐‚๐š๐ง'๐ญ manage ur ๐…๐€๐Œ๐„ it turns into ๐…๐‹๐€๐„ ๐Ÿ”ฅ don't burn ursef! ๐ˆ ๐€๐ฆ not here for ๐๐€๐Œ๐„ ๐จ๐ซ ๐…๐€๐Œ๐„!

โ€œ๐Œ๐˜ ๐€๐“๐“๐ˆ๐“๐”๐ƒ๐„ ๐ˆ๐’ ๐Œ๐˜ ๐’๐“๐˜๐‹๐„ "๐Ÿคž

๐‡๐€๐‚๐‡๐€๐‹๐”โ™ซ๐Ÿ’”๐Ÿฅฒ I am also not always Caalaa who loves good music u wanna see me doing short stint as a rapper and street dancer. My combination of trust in good, my passion for music, and my gifted skill helped me to take a challenge. To

be who am I today by almighty willing and his purpose. thatโ€™s why every day I wake up โ€œI say my god I trust u todayโ€. no mater what may come my way . Things do happen for the reason:

Mucayyoo jabduu lafaan namaa humna dhoorgate kana meeqaa keessantu Yaadataa   bakka jirtutti nagaaf fayyaan siif hawwa D...
04/06/2026

Mucayyoo jabduu lafaan namaa humna dhoorgate kana meeqaa keessantu Yaadataa bakka jirtutti nagaaf fayyaan siif hawwa

Dubartiin miidhinaa jarana namni dubartii miidhe hin ofkaluu

Qe'een Koonistaabil Musxafaa Huseen rakkoo akkasii keessa seenti jedhee eentu yaadee beeka...Koonistaabil Musxafaa Husee...
04/06/2026

Qe'een Koonistaabil Musxafaa Huseen rakkoo akkasii keessa seenti jedhee eentu yaadee beeka...

Koonistaabil Musxafaa Huseen dhiira komaandoo wayyaanee jilbiiffachiise jilbiiffate seenaan sin dagatu

01/06/2026

Filannee gallee! Yeroo jalqabaafan filannoo biyyaa keenyaa irratti hirmaadhe! Baga harra geenye๐Ÿ™

29/05/2026

Jeedala madaqsuun lukkuu nyaachisuufi jedha oromoon yoo mammaaku

29/05/2026

Ilmi dhiiraa waan hin dabardine hin qabu ๐Ÿฅฒ Ayii yaa biyya ormaa๐Ÿ˜ญ

25/05/2026

Bakki inni keeysatti haasawaa jiru tun Waajjira Paartii yoo sitti fakkaatte dogoggortee jirta,, godina H/bahaa Masgiida magaalaa .. Khuxbaa Jummaa irratti akka ummanni Qamadii filatu gorsaa jira sheekni keenna kun๐Ÿ˜„๐Ÿ˜…,, SURPRISE TAHUUN QABDAN, Sirba Heellee amma bahe kan "Shariif Alii" jedhu saniis yoo itti banatan ummanni Surprise tahuun qabu๐Ÿ˜‚
Majlisni godina H/bahaa fi Majlisni Oromiyaa Masgiida bakka siyaasaa irraa bilisa baasuu hin dandeenye, Bu'ura Seera Ethiopiatiin bakka amantiitti duula na filadhaa gaggeeysuun yakka, si hiisisuu dandaha!.
Jaalataa Ahmed ๐Ÿ˜ƒ

Gadda ulfaataa!๐Ÿ˜ญObboolessi Taayyee Danda'aa Araddoo!!  Dereje D Aredo  balaa tasaan Addunyaa kanarraa boqatee jira .Hedd...
21/05/2026

Gadda ulfaataa!๐Ÿ˜ญ
Obboolessi Taayyee Danda'aa Araddoo!! Dereje D Aredo balaa tasaan Addunyaa kanarraa boqatee jira .Hedduu nama gaddisiisa!!๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Hagan mirkaneeffadhutti dhugaa natti hin fakkaanne nagaan boqodhu Dareekoo๐Ÿ˜ญ

Duuti yaa baddu!!

21/05/2026

Gaafa qabdii komiishinii qaama lamarraa nyaattu
U be like ๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

"Mee gurra ergifadhuutii argiYoos barta wanta baayyeeTeessumatti hin bareeduu barKan dhaabbata bushaayee"Abbaa ciigoo Si...
19/05/2026

"Mee gurra ergifadhuutii argi
Yoos barta wanta baayyee
Teessumatti hin bareeduu bar
Kan dhaabbata bushaayee"
Abbaa ciigoo Sinishaw Muleta

Lyrics & Melody Sinishaw Muleta Co Producer- Maru Yirga Director ...

Address

78, Rwanda Street & Washington Avenue
Shewa
1230

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Carcar-CC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category