Shubbistoota Oro

Shubbistoota Oro 10k followers

Eskindir_Tamiru      Hin Bullu
01/10/2026

Eskindir_Tamiru
Hin Bullu

ᴅᴀᴡɪᴛᴇ ᴍᴏᴋᴏɴᴇɴ  🅗🅐🅒🅔 😢📸
25/09/2026

ᴅᴀᴡɪᴛᴇ ᴍᴏᴋᴏɴᴇɴ 🅗🅐🅒🅔 😢📸

Baga Nagaan Dhuftee 👌🥰     ʏᴀʀᴏᴏ ᴅʜɪʏᴏᴏᴛᴛɪ
22/09/2026

Baga Nagaan Dhuftee 👌🥰
ʏᴀʀᴏᴏ ᴅʜɪʏᴏᴏᴛᴛɪ

 #🙏Birmannaa_Barbaadu👇 Shubbistoonni asii gaditti argitan kun yeroo darbe dallaalaa biyya keessaatiin gowwoomfamanii gam...
13/09/2026

#🙏Birmannaa_Barbaadu👇


Shubbistoonni asii gaditti argitan kun yeroo darbe dallaalaa biyya keessaatiin gowwoomfamanii gammoojjii Liibiyaa keessatti dararamaa akka jiran odeeffannoo qoodee turuun koo ni yaadatama.

Yeroo ammaa kana immoo viidiyoon dararaa sukkanneessaa isaan irratti raawwatamaa jiruu fi tokkoon tokkoon isaanii qarshii mil.1.6 waliigalatti qarshii mil.3.2 yoo hin kaffalle akka ajjee*aman ibsu maatiif ergamee jira. Viidiyoo baay'ee sukkanneessaa akka ta'e anis ija kootiin argeen jira.

Maatiin isaanii maallaqa gaafataman kana kaffaluuf humna waan hin qabneef yaa uummata keenya nuuf birmadhaa, ijoollee keenya du'a irraa nuuf baraaraa jechaa jiru.

💳 Lakkoofsa Herregaa Baankii: — 1000077896717 jedhu irratti akka deeggarsa lubbuu baraaruu taasiftan maatiin gaafachaa jiru.

Ijoollee ogummaa isaanittiin kiliippiiwwan heddu fi waltajiiwwan heddu irratti hojii boonsaa hojjachaa turan kana lubbuu baraaruun dararaa isaanii fi imimmaan maatii haa qoorsinu.

Barreeffama kana SHARE godhaa. Nama heddu bira akka qaqqabu taasisaa
"

🆂🅸🅽🅱🅾🅾🅽🅴🅴 🅰🅽🅶🅰🅰🆂🅰🅰               🄸🄽🄶🄸🄲🄲🄰🄰
06/09/2026

🆂🅸🅽🅱🅾🅾🅽🅴🅴 🅰🅽🅶🅰🅰🆂🅰🅰
🄸🄽🄶🄸🄲🄲🄰🄰

Enjoy the videos and music that you love, upload original content and share it all with friends, family and the world on YouTube.

🅖🅞🅞🅑🅔🅔 🅕🅘 🅢🅗🅘🅝🅞🅞🅨🅨🅔🅔
04/09/2026

🅖🅞🅞🅑🅔🅔 🅕🅘 🅢🅗🅘🅝🅞🅞🅨🅨🅔🅔

02/09/2026

ʟᴏᴀᴅɪɴɢ......
ʏᴏᴜᴛᴜʙᴇ
𝚜𝚒𝚗𝚋𝚘 𝚎𝚗𝚝𝚎𝚛𝚝𝚎𝚒𝚖𝚎𝚗𝚝

20/02/2026

Leenjisaa Shubbi Fi Shubbisaa
Sinboona Hayiilee
Eebbaa Shubbistoota Hawwisoo Burqaa Asgorii Marsaa 2ffaa
Iddoo Aanaa Iluu Magaalaa Tajii
B/M/Tajiitti Guraandhala
15/2018 Sa'aatti 6:00tti

🅴🅴🅱🅱🅰🅰 🅅🄲🄳 🆂🅸🅽🅱🅾🅾 🄵🄸 🅰🅱🅱🅰🅰 🆂🅸🅽🅱🅾🅾        🅶🆄🆈🆈🅰🅰🅽 🅴🅴🅱🅱🅰🅰           24/5/2018 🆂🅰'🅰🅰🆃🅸 5:00🆃🆃🅸🅸🅳🅳🅾🅾🅽 🅶🅰🅻🅰🅰🅽 🅶🆄🅳🅳🅰🅰 🄶🄰🄻🄼🄰🄰 🄴...
26/01/2026

🅴🅴🅱🅱🅰🅰 🅅🄲🄳
🆂🅸🅽🅱🅾🅾 🄵🄸 🅰🅱🅱🅰🅰 🆂🅸🅽🅱🅾🅾
🅶🆄🆈🆈🅰🅰🅽 🅴🅴🅱🅱🅰🅰 24/5/2018 🆂🅰'🅰🅰🆃🅸 5:00🆃🆃🅸
🅸🅳🅳🅾🅾🅽 🅶🅰🅻🅰🅰🅽 🅶🆄🅳🅳🅰🅰 🄶🄰🄻🄼🄰🄰 🄴🅅🄰🅁🄰🅃🄸🅃🅃🄸

Address

Sebeta
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shubbistoota Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category