Muste vine

06/11/2025

Carraa Jireenya keessan jijiiru danda'u Carra Kafaltti Tokko Malee miliyoonara Irra taatan kana irra fayyadama oromoo Dhugaa Rabbiin isniin Jedha Carra kanaan Jireenya keessan jijiiru dandeessan Nama kayyoo qabu fi qalbii qabu yoo taatan

hojiin
online ittiin of danda’anii bilisummaa maallaqa argattaniidha
Karaa salphaa, amanamaa fi bilisaa kana Salphaan irra fayyadama 👇

1️⃣ Hojii kana jalqabuuf Kafaltti hin barbaachisu — Zeeroo irraa jalqabda!

Namni hundi carraa walqixxee qaba. Hojii kanaaf qarshii hin kaffaltu, sadarkaa ofii kee irraa eegali, dandeettii fi yeroo kee qofa fayyadami!
Kanaan booda carraa hojii dhugaa qabdu argachuun ni danda’ama.

2️⃣ Namnni milkaa’u — nama kaayyoo fi fedhii jijiirama Qabuudha

Milkaa’inni hojii kana keessatti kan dhufu, nama kaayyoo qabuufi of irratti hojjetu qofadha.
Namni jijjiirama barbaadu, carraa haaraa argachuuf of qopheessu, yeroo gabaabaa keessatti bu’aa guddaa argata.

3️⃣ Addattian tattaafii fi hubannoo fayyadamu

platform kana irratti hojii kana keessatti nama hubatuu fi , wal qunnamtii gaarii uumuufi, af-gaaffii namoota haaraa waliin gaggeessuun bu’aa guddaa Argata
Namni amala gaarii qabu bu'a Argachu danda’u, akkasumas walii galtee gaarii uumuu danda’u carraa guddaa qaba.

4️⃣ Amantii fi seera ofii hubachuun faayidaa guddaa qaba

Namni amantii isaa seeraan hubate, wanta amantiin dhoorgu fi hayyamu addaan baasuu danda’u, hojii kam keessa tasgabbaa’a.
Namni akkasi carraa cimaa qaba sababni isaas: dhugaa fi amanamummaa of keessaa qaba — kun ammoo tajaajila online keessatti bu’uura milkaa’inaati.

---

📞 Nu qunnamuu barbaaddaa?
👉 WhatsApp: 0915602450
👉 YouTube: Gamme Agent
👉 Telegram Channel: Gamme1522

---

💬 Hojii kana irraa milkaa’uuf waan barbaaddu hundi siif jira — yeroo isaa argadhu, ofitti amanadhu, kaayyoo kee cimsadhu! WhatsApp 0915602450

07/05/2024
07/05/2024

Alhamdulillah!!!

07/05/2024

Wan nam dhibuu😉😉😉😉😉😉😉

Obboleeyyan guyyaa qiyaamaa qubni keenya Ni dubbatti . akkuma waan gaariin ragaa nuu bahu. Mee hoggaa takka salawaata bu...
05/03/2024

Obboleeyyan guyyaa qiyaamaa qubni keenya Ni dubbatti .
akkuma waan gaariin ragaa nuu bahu.
Mee hoggaa takka salawaata buusi habiibii keenyarratti salluu ala nabiyyi S A W

Obboloonni 👪 Amantaa Ortodox , Gaaffii Kana Jaalalaan Naaf Deebisaa 🙏♥️Hiikaan Masqalii Suuraa Irraa Kun Maalidha?Maqaa ...
20/01/2024

Obboloonni 👪 Amantaa Ortodox , Gaaffii Kana Jaalalaan Naaf Deebisaa 🙏♥️
Hiikaan Masqalii Suuraa Irraa Kun Maalidha?
Maqaa Gooftaa Yesus Kristoosiin, Nan Jedha, Arrabsoodhaan Miti, Anis Arrabsoodhaaf Miti 🙅
Garuu, Hiika Isaa Baruu Nan Barbaada 🙏🥺
Hub;- RAGAA Macaafa Qulqulluun Deeggaramuu Qaba 🙌♥️🙏
Isinan Jaaladha 🙋♥️
Ayyaana Gaarii 🙌♥️

12/11/2023

dhaloota hace




bakka isaa of buusii tilmaamiKan miidhamuu fi kan miidhuufiis dalagaadha hundinuu ifaajii isaa ni arkkata
03/11/2023

bakka isaa of buusii tilmaami
Kan miidhamuu fi kan miidhuufiis dalagaadha hundinuu ifaajii isaa ni arkkata

Address

Muste Vine
Addis Ababa
MUSTEVINE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muste vine posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share