Finfinnee Entertainment

Finfinnee Entertainment Aartiifi artisitii Oromoo jajjabeessina

19/11/2022
19/11/2022

!

Pireezidaantii Itti Aanaan Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Obbo Salamoon Araddaa, Mana Murtii falmii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Abbaa seeraa guyyaa walakkaa ta’uun muudaman.

Pireezidaantii Itti Aanaan Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Obbo Salamoon Araddaa, Mana Murtii falmii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti bara 2023 irraa kaasee hanga 2030’tti Abbaa seeraa guyyaa walakkaa ta’uun muudamaniiru.

Muudamni kennameef kunis yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 34'ffaa akka lakkoofsa Awurooppaa Sadaasa 15 bara 2022’tti Ameerikaa Niyoorkitti taa’ame irratti filannoo abbootii seeraa filatamerratti ta’uun himameera.

Bara Hojii Milkii!

19/11/2022

Rabbiin gaditti milkaa'inni kee haadha kee bira
Jira.yoo arkaa fudhachuu beekteef!!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinnee Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Finfinnee Entertainment:

Share