Oromoo Finfinnee

Oromoo Finfinnee Seenaa Dhugaa

13/03/2024

በ19 30 የጣሊያን ወታደሮች ሴት እህቶቻችንን በአንድ ካፕ ሰብስበው የሴተኛ አዳሪነት ህይወት ጋርጦባቸው ነበር። ዛሬ ግን ጣሊያን የዘራው የሴተኛ አዳሪነት መንፈስ ተቀበረ ።

"Yaadamni Ida'amuu rakkoolee keenyaaf furmaata kan laatu, garaagarummaarra tokkummaa kan dagaagsu, jibbaa dhabamsiisee j...
13/03/2024

"Yaadamni Ida'amuu rakkoolee keenyaaf furmaata kan laatu, garaagarummaarra tokkummaa kan dagaagsu, jibbaa dhabamsiisee jaalala kan labsu, duudhaalee obbolummaa dhugaa mirkaneessee dhalootaaf galaa kan kurfeessu daandii injifataadha" Dr. Abiy Ahmed Ali

Dippilomaasin Abbichuu biyya keenyatti kabaja h**e.Itoophiyaan biyya seenaa dippiloomaasii bara dheeraa qabachuun beekam...
13/03/2024

Dippilomaasin Abbichuu biyya keenyatti kabaja h**e.

Itoophiyaan biyya seenaa dippiloomaasii bara dheeraa qabachuun beekamtuudha. Raaacitiin dippiloomaasii biyyi keenya qabaataa turte kunis qormaata alaa fi keessaa nu mudataa ture akka injifannuuf gahee olaanaa taphateera.
Paartiin Badhaadhinaas dippiloomaasii fi hariiroo alaa bu'a qabeessa ta'e qopheessuun Itoophiyaa jabduu addunyaarratti dhageettii qabdu ijaaruuf hojjetaa jira.

Dippiloomaasiin keenya kabaja lammileef kan dhimmu,ollaaf dursa kan kennuu fi birmadummaa biyyaa mareef kan hin dhiyeessine ta'uu isaatiin beekama.
Paartiin Badhaadhinaa dippiloomaasii fi hariiroon alaa Itoophiyaa biyya addunyaa kamuu waliin fedhii fi fayyadamummaa walootiif hojjechuu akka qabu amana. Kunis kan ta'u birmadummaa biyya keenyaa karaa kabajuun,dhimma biyya keessa ilaalchisee giddu seentummaan hin malle kan hin eyyamnee akkasumas faayidaa fi kabaja biyyaalessaa kan hin miine ta'uu qaba.

Lammiin biyyaa kana hundi mul'ata hojii yoo qabatee mul'ata isaa hojiitti yoo jijjiireera ta'ee rakkoo fi hiyyummaa inji...
13/03/2024

Lammiin biyyaa kana hundi mul'ata hojii yoo qabatee mul'ata isaa hojiitti yoo jijjiireera ta'ee rakkoo fi hiyyummaa injifachuun salphaadha.Waggoota mursa booda badhaadhinni Itoophiyaa shakkii tokko male ni mirkanaa'a. Kana keessaa tokko biyya magariituu dhaloota dhaalchisuudha. Kun ammoo mirkanaa'uu kan danda'uu, har'a hundi keenya cimnee biqiltuu yoo dhaabne qofa! Dr. Abiyyi Ahimad .

Rayyaan Ittisaa keenya guca bilisummaa keenyaati! Ooltee bultee biyyaa fi uummata isaaf beelaa fi dheebuu roobaa fi aduu...
13/03/2024

Rayyaan Ittisaa keenya guca bilisummaa keenyaati!
Ooltee bultee biyyaa fi uummata isaaf beelaa fi dheebuu roobaa fi aduu mara damdamachuun baddaa gammoojjii golee biyyattii arfaniin akka risaa marsuun wareegama qaalii baasaa kan jiru Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyati. Misoomni jalqabame akka itti fufuuf, nagaan waaraa akka mirkanaa’uuf, bilisummaan daangaa biyyattii akka kabajamuuf, walabummaan biyyaa haala kamiinuu keessatti akka hin sarbamneef, lammileen isaa nagaan bahanii akka galanii fi biyya abboota isaa irraa dhaalaan isa qaqqabe gootummaan tiksuun dhalootaa itti aanuu dhaalchisuuf seenaa dalagaa kan jiru hambaa abboota kalee Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaati. Ijaarsa caasaan, humna namaan, hidhannoo hidhateen ga’umsa olaanaa irra kan jiru Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa nagaa lammilee isaa eeguu fi daangaa biyya isaa tiksuuf aarsaa kaffalee biyya isaa tiksaa jira. Kanaaf Raayyaa Ittisaa gaachanaa fi guca bilisummaa keenya nuuf ta’eef kabaajaatu malaaf.

Raayyaan Ittisa Biyyaa Irree Itoophiyaati!Waraanni Itoophiyaa jijjiirama siyaasa Itoophiyaa keessatti dhufeen as ijaaram...
13/03/2024

Raayyaan Ittisa Biyyaa Irree Itoophiyaati!

Waraanni Itoophiyaa jijjiirama siyaasa Itoophiyaa keessatti dhufeen as ijaarame waraana bocaan, qoor-qalbii fi caasaan biyyattii fakkaatuu fi bakka bu'u, ilaalcha qeenxee fi loogii murnaa kan hin qabne waraana ilaalcha biyyoolessaa qabuudha. Raayyichi Raayyaa yeroo lolaa dirree irratti rasaasa diinatti dhukaasuun injifatu qofaa osoo hin taane, waraana dursee waraanni akka hin jiraanneef qoor-qalbii diinaa cabsuun nagaa waaressu irree fi gaachana biyyaati!

"Kan misoomsinu biyya keenya!"  Dr. Abiyyi AhimadXiiqeeffannee garaa guutuufi qajeelummaadhaan kan misooomsinuu fi kan h...
13/03/2024

"Kan misoomsinu biyya keenya!"
Dr. Abiyyi Ahimad
Xiiqeeffannee garaa guutuufi qajeelummaadhaan kan misooomsinuu fi kan hojjennu biyya keenyadha! Itoophiyaa kan misoomsinuuf waan kan keenya taateefidha. Jijjirama waaraan akka dhufuufis qaamni itti gaafatamummaadhaan hojjechuu qabu nama kan bira osoo hin taane, numa Itoophiyaanotadha.

Jijjiirama of duubatti deebisuuf, Itiyoopiyaa jigsuuf, Badhaadhina gufachiisuuf fi Abbichuu maqaa balleessanii aangoo ir...
12/03/2024

Jijjiirama of duubatti deebisuuf, Itiyoopiyaa jigsuuf, Badhaadhina gufachiisuuf fi Abbichuu maqaa balleessanii aangoo irraa buusuuf bara jijjiiramaa irraa eegalamee yaalamaa ture.Garuu jijjiiramnis itti fufee as gaheera.Adeemsi badhaadhinaas osoo hin gufatin itti fufaara.Biyyattiinis daran ijaaramtee of dandeessee kabajamtee jiraataa jirti.Abbichuunis maqaa guddaa argate hoogganaa cimaa addunyaa ta'ee biyya bulchaa jira.

Gootichi raayyaa ittisa biyyaa mallattoo hedduumminaa keenyaa fi utubaa biyyaati. Bu’uurri birmadummaa biyyaa fi bilisum...
12/03/2024

Gootichi raayyaa ittisa biyyaa mallattoo hedduumminaa keenyaa fi utubaa biyyaati.
Bu’uurri birmadummaa biyyaa fi bilisummaa lammiilee inni ijoon gooticha raayyaa ittisa biyyaati. Sabootni fi sablammootni hundi biyya birmadummaan ishee kabajame keessatti bilisummaan akka jiraataniif aarsaa hedduu kaffaluudhaan kabajaa fi jaalala biyyaatiif adda durummaan kan dhaabbate gootichi raayyaa ittisa biyyaa Itoophiyaa aggaammii diinotaa irraa baraaruudhaan kabaja guutuu waliin baraa baratti akka jiraattuuf wabii amansiisaa ta’uu humna danda’edha.

Aantummaan isaa lammiilee biyyattii hundaaf kan ta’e gootichi raayyaa ittisa biyyaa calaqqee hedduumina keenyaa fi utubaa biyyaa ta’uudhaan nageenya biyyaa daangaa hanga daangaatti kabachiisuun birmadummaa biyyaa eeguu irratti argama.
Gaachana biyyaaf mallattoo injifannoo keenyaa kan ta’e gootichi raayyaa ittisa biyyaa humnoota tokkummaa lammiilee diiguuf abjootan akkasumas Itoophiyaa dadhabsiisuudhaan mul’ata isaanii dhugoomsuuf hawwan hunda maqsuudhaan Itoophiyaa cimtuu fi kabajamtuu dhugoomsuudhaan fuula duratti tarkaanfachiisuuf kutannoo ol’aanaan hojjachuu irratti argama.
Itoophiyaan tokkummaaf tumsa ilmaan isheetiin tikfamtee, diinota isheetis qaanessitee galma yaadde ni geessi.

👉Kaayyoon   badhaadhina waloo dhugoomsudha‼️======================🚩Haalli siyaasaa amma keessa jirruu fi akkuma sabaa fi...
12/03/2024

👉Kaayyoon badhaadhina waloo dhugoomsudha‼️
======================
🚩Haalli siyaasaa amma keessa jirruu fi akkuma sabaa fi sab-lammoonni baay'een jiran fedhiin siyaasaas baay'achuun qormaata cimaa ta'us ejjannoo fi murannoo cimaa qabuun muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahimad Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsee kaayyoo isaa akka galmaan gahu homaa mamiin hin jiru.

Dhugaa Hundi Liqimsuu Qabu‼️"Kaayyoon jijjirama kanaa inni hangafaa Itoophiyaa ofiishee waliin, ilmaan ishee waliin, aad...
12/03/2024

Dhugaa Hundi Liqimsuu Qabu‼️

"Kaayyoon jijjirama kanaa inni hangafaa Itoophiyaa ofiishee waliin, ilmaan ishee waliin, aadaa ishee waliin, seenaa ishee waliin, sabdaneessummaa ishee waliin, guddummaa ishee waliin, qabeenya uumamaa ishee waliin walitti araarsuudha!"

Dr. Abiy Ahmed Ali

Itiyoophiyaan gaanfa Afrikaarraa diinagdeen sadarkaa duraa irratti argamti. Kun jijjiramaa as Abbichuun  xiyyeeffannaa k...
12/03/2024

Itiyoophiyaan gaanfa Afrikaarraa diinagdeen sadarkaa duraa irratti argamti. Kun jijjiramaa as Abbichuun xiyyeeffannaa kennee hojii hojjatameen bu'aa argameedha. Yeroo ammaa kana diinagdeen biyyoota gaanfa Afrikaa walitti ida'amee sadarkaa amma biyyi keenya irra geessen hin qixxaatu. Kana malee akka addunyaatti biyyoota saffisaan guddachaa jiran keessaa tokko taatee jirti. Kanaaf Itiyoophiyaan diinagdeen guddachaa jirti.Abbichuu waliin badhaadhinni Itoophiyaa itti fufa.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share