23/02/2026
Namni firummaa dhiigaa walkeessaa hin qabne fknf Haadha, Abbaa, Obboleessa, Obboleettii kee kan hin taanu Jaalala dhugaa si jaallachuu hin danda'u jala murii bari!
warri sun dirqama dhiigni isaanii kankee keeasa waan jiruuf si jibbuuf yaalanillee garaarraa si jibbuu hin danda'ani
Ormi garuu si nama sijaallatu of fakkeessuyyuu si jaallachuu hin danda'u.
Kanaaf Hiriyaan dhiignikee keesaa hin jirre siif orma Haati manaa Orma abbaan manaa orma namoonni dhiignikee keessa hin jirre hunduu siif orma isa hicciitiikee siif eegu miti isa hicciitii kee diigudha irraa of eeggadhu Yoo ija qabaattee dubbisteef yoo gurra qabaattee dhageesseef.