Walaloo Afaan Oromoo

Walaloo Afaan Oromoo Oromoon Yaa Mootu.

25/01/2024
Dhaloota Jaalalaan ijaarrame.
17/01/2024

Dhaloota Jaalalaan ijaarrame.

Milkoofnee Milkiin Galle.Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa
17/01/2024

Milkoofnee Milkiin Galle.
Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa

Qabeenyi Dagalee Qabeenya Oromooti.Obbo Dagalee Abdiisaa Harjaa, gara laafeessa saba isaa gargaaruun beekamudha. Roorroo...
19/09/2022

Qabeenyi Dagalee Qabeenya Oromooti.

Obbo Dagalee Abdiisaa Harjaa, gara laafeessa saba isaa gargaaruun beekamudha. Roorroo fi ammeenyii akanaa isaaf hin malu.

Haachaaluu Hundeessaa dhiiga keenyaa.Teedii Afroo diina keenya.Yoo sitti tole like, share godhi.
17/09/2022

Haachaaluu Hundeessaa dhiiga keenyaa.
Teedii Afroo diina keenya.

Yoo sitti tole like, share godhi.

Bishaan baaroo diddiqaGaafa guutu hin beekaniLubbuun dhiiraa biliqaGaafa duutu hin beekaniWayyaa koo jiidhaa saniDirree ...
16/09/2022

Bishaan baaroo diddiqa
Gaafa guutu hin beekani
Lubbuun dhiiraa biliqa
Gaafa duutu hin beekani

Wayyaa koo jiidhaa sani
Dirree biyya koon hafe
Kanarra maal dubbanna
Erga kun hunduu hafe.

Jedha Leenci Amboo.

Address

Oromia
Addis Ababa
4301

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walaloo Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Walaloo Afaan Oromoo:

Share