01/10/2026
ASUMAAN ALHAMDULILLAH JECHUUN BARBAADA.
KITAABA HEDDUU BAREEDA KANA BARREESSE ISINIF GUMAACHEERA.
MATA DUREEN :
NAMUMMAA jedha.
Barnoota fi Qajeelfama Jireenya Keessan Jijjiiru!
#Guddinni namummaa (Personal Development) furtuu jalqabaa milkaa'ina fi gammachuu jireenyaati. Kitaabni kun imala jireenya keessanii keessatti ilaalcha keessan haaressuu, humna keessoo keessanii baasanii fayyadamuu fi aadaa bu'aa qabeessa ta'e dhitachuuf qophaa'e.
Kitaaba kana keessatti maaltu jira?
Self-Discovery: Eenyummaa fi kaayyoo jireenya keessanii gadi fageenyaan adda baafachuu.
Mindset Reset: Ilaalcha dukkanaa'aa keessaa ba'uudhaan sammuu milkaa'inaaf qophaa'e uumachuu.
Goal Setting: Kaayyoo keessan akkamitti gara dhugoomsaatti akka jijjiirtan.
Time & Habit Management: Yeroo fi amala keessan to'achuun akkamitti fuuldura akka deemtan.
Kitaaba kana maaliif dubbisuu qabdu?
Jireenya keessan irratti jijjiirama dhugaa uumuu fi mul'ata keessan dhugoomsuuf qajeelfama salphaa, hojiirra ooluu danda'u fi ammayyaa ta'e qabatee dhihaateera.
👉 Amma bitachuudhaan imala jijjiirama keessanii jalqabaa!
Linkii cuqaasuun buufadhaa!
https://ye-buna.com/sultex25?ref=product_detail&product=6abec7f11f7f3_sultex25