Korsa Olànà

Korsa Olànà bilisummaa Haqaa

14/05/2024

Jireenya ulfaataa, Jireenya Suukanneessaa, Jireenya baayyee baayyee Cimaa ta'e tokko jiraachuuf akka jirtu of amansiisi!👌

19/03/2024

Addunyummaa kana keessatti injifatamte keessatti injifattas; kanaafuu abdii hin kutiin!

10/03/2024

"Abdii hin kutatiin" Jack Maa"

Nan milkaa’a jedhee yaadee hin beeku!
Sooressa beekamaa biyya Chaayinaatti 1ffaa Jack Ma“ Ani maatii homaa hin qabne, hiyyeessa; harka qalleessa irraan dhaladhe.
Carraan gaarii na mudatee hin beeku
 Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 1ffaa (primary School) si’a 2n kufe.
 Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 2ffaa (High School) si’a 3n kufe.
 Qormaata biyyoolessaa qophaa’inaa (Preparatory School) si’a 2n kufe.
 Harvard Yuunivarsiitii seenuu barbaade qormaata seensaa si’a 10n kufe.
Hojiifis ulaagaa guutee hin beeku
 Hojii humnaas ta’e dhaabbata hojjechuuf wanta ani hin yaaliin hin jiru.
 Induustirii garagaraa 30 ol ta’an keessatti qacaramuuf dorgomeera, hundi isaanii iyyuu ulaagaa hin guuttu jedhanii na deebisu. Keessa ba’anii kan na arrabsan, natti dheekkamaniifi na tuffatanis jiru.
 Kaan dhiisaati Pooliisii biyyaa ta’u barbaade dorgomeera, garuu naaf hin taanee. Yeroo tokko nama shaniif baasanii jennaan shan taanee dorgomne, nama afur fudhatanii anan ulaagaa hin guuttu jedhanii na hambisan.
Walumaagala anaan namni dhuunfaas ta’ee gareen, dhaabbanni mootummaas ta’e miti mootummaa kan ani keessatti fudhatame hin jiru. "Dorgommiin tokko nama 24 barbaada yoo ta’e; 23 fudhatanii anaan kuffisu.
• Dorgommiin tokko nama 10 barbaada yoo ta’e; 9 fudhatanii anaan kuffisu
Kana irraa kan ka’e:
o Ani nama carra dhabeessa
o Nama abdii hin qabne
o Nama ulaagaa hin guunne
o Nama tuffatamaaf gatamaa
o Nama milkaa’inaaf hin uumamnedha jedheen of yaada ture. "Garuu akkas miti: "Har’a yeroon taa’ee yaaduu kufaatiin koo yeroo sanaa milkaa’ina koo har’af sababa ta’eera!. "Ulaagaa guutuu dhabuun koo, tuffatamuuf salphachuun koo gaafasii har’a kabajaan na ga’eera!."Milkaa’inni harki caalu kufaatii keessa darba! Ani har’a: Sooressa beekamaa (1ffaa) Biyya Chaayinaati.

"Kaleessa dhaabbata namaa keessa hojjechuuf jedhee carraan dhabe, har’a geggeessaa Kaampaanii Alibaba.com ti. Jack Ma. Via fb

Seenaa kan irraa maal baranna?

Find quality Manufacturers, Suppliers, Exporters, Importers, Buyers, Wholesalers, Products and Trade Leads from our award-winning International Trade Site. Import & Export on alibaba.com

2Pac
04/02/2024

2Pac

Karaa yoo deemtu filadhuu Karaa qajeelummaa Rabbiin  qofa sodaadhu Dhiisi ilma namaa Ejjennoo qabaadhu Deemsa. keettis  ...
24/06/2023

Karaa yoo deemtu filadhuu
Karaa qajeelummaa
Rabbiin qofa sodaadhu
Dhiisi ilma namaa

Ejjennoo qabaadhu
Deemsa. keettis amanii
Waan feete dalagi
Laga siceesisa taanaanii

Warra qoree karaarratti
Guuranii siuguraniifi
Cal jedhii tuffadhu
Deemsa kankee itti fufii

Jirtuu!
22/06/2023

Jirtuu!

Artist Keenya Ittiiqaa Tafarii Abbaa Isaa Faana 🥰Bilbilli Keenya Madda Galii Keenyaa Akka Ta'e Beektuu Laata? Yeroon Amm...
21/06/2023

Artist Keenya Ittiiqaa Tafarii Abbaa Isaa Faana 🥰

Bilbilli Keenya Madda Galii Keenyaa Akka Ta'e Beektuu Laata? Yeroon Ammayyoomee Jira. Bilbila Harka Keenya Jiru Qofa Fayyadamuun Guyya Guyyaan Qar**shii Guddaa Hojjechuu Ni Dandeenya. Ummanni Keenya Teknoolojii Faana Wal Baruu Qaba. Aniis Wanta Bareedaa fi Bu'a Qabeessa Kana Qabadhee Isiniif Dhufeen Jira. Isiniis Applikeeshinii Hojjechuuf Isin Barbaachisu Link Kanaan Seenuun Install Taasifadhaa ➡️ https://bbc.3fnews.com/make-money-app/

  jirtu yaa Sabaa Albama koo haaraya xumureen jira. Galanni kan Rabbii hata'u.Jimaata kana amoo albama koo keessaa sirba...
21/06/2023

jirtu yaa Sabaa Albama koo haaraya xumureen jira. Galanni kan Rabbii hata'u.
Jimaata kana amoo albama koo keessaa sirba Mata dureen isaa Oduu amme jedhu qabadhee dhufan jira ammasitti nagaa ta'e! #

Doloolloon bishaan jedheeAnuu hin daakuuf maleeSilaa na nyaachuu hin dhiistu;Galabaan midhaan jedheeAnuu hin nyaadhuuf m...
20/06/2023

Doloolloon bishaan jedhee
Anuu hin daakuuf malee
Silaa na nyaachuu hin dhiistu;
Galabaan midhaan jedhee
Anuu hin nyaadhuuf malee
Silaa na nyaachuuf hin jiiltu.!

Gantuudhaan nama jedhee
Anuu hin abdadhuuf malee
Silaa na nyaaruu hin ooltu.!!

Kaayyoof karaan keenya,hanga bilisummaa keenyaatti,gantuun hin gufatu!!
Gadhee hanga lafarra ejjettu;namarra ejjetti.!
!

19/06/2023

"Harki waliif hin dhiigne qeensa xurii baatu qofadha."

Halkan gaarii 😋
17/06/2023

Halkan gaarii 😋

Address

Addis Ababa
KORSA.COM.

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Korsa Olànà posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Korsa Olànà:

Share