Agartuukoo Yesus

Agartuukoo Yesus Yesuusiin ala karaan baasuu
Karaa du'aa qofadha.

Baga gargaaramtan Ayyuu and Astuu.Faarfannoota lubbuu namaa boqochiisaniin Gooftaan karaa keessan nu eebbisaa jira
23/09/2026

Baga gargaaramtan Ayyuu and Astuu.
Faarfannoota lubbuu namaa boqochiisaniin Gooftaan karaa keessan nu eebbisaa jira

18/09/2026

Waaqayyo, guyyaa rakkinaatti
kadhata keef deebii siif haa kennu!
Waaqayyo inni kan Yaaqoob, maqaa isaatiin si haa eegu!
Far 20:1

Dilbata gaarii qabaadhaa
30/08/2026

Dilbata gaarii qabaadhaa

waaqayyoon galateeffadhaa
27/08/2026

waaqayyoon galateeffadhaa

Dr Dassee nama jabaa keenya
19/08/2026

Dr Dassee nama jabaa keenya

18/08/2026

Dheekkamsa dhufu jalaa ooluuf maal gochuu qabna?

18/08/2026

hinduutu qaalii koo jiraadhu

Daraaraa nama cimtuu faarfattoota cina dhaabbachuun baay'ee jajjabeessaa Nuuf eebbisa nama waaqayyo bara kana keessa nuu...
17/08/2026

Daraaraa nama cimtuu faarfattoota cina dhaabbachuun baay'ee jajjabeessaa
Nuuf eebbisa nama waaqayyo bara kana keessa nuuf kenne

Damee Fiqaaduu nama jabaa keenyaa nagaan nuuf koottu cooming soon
16/08/2026

Damee Fiqaaduu nama jabaa keenyaa nagaan nuuf koottu
cooming soon

16/08/2026

Har'a mana waaqayyoo deemteettaa mataduree mal jedhu baratte?

Address

Addis Ababa

Telephone

+251920132232

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agartuukoo Yesus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Agartuukoo Yesus:

Shortcuts

Share

Category