Dn Dhibbaa Waaqturaa

Dn Dhibbaa Waaqturaa Namni kufeera kan jedhamu,gaafa deddeebi'ee yaaluu dhaabe dha.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/
(1)

♻️ ODUU GURRAAF TOLU♻️ Barattootni 145 Aangoo Lubummaa Fudhatan! Goota Wangeelaa fi Goota Misoomaa "Eebbifamoo Abbaa Saa...
20/09/2026

♻️ ODUU GURRAAF TOLU♻️

Barattootni 145 Aangoo Lubummaa Fudhatan!

Goota Wangeelaa fi Goota Misoomaa "Eebbifamoo Abbaa Saawiroos"!

Fulbaana 10-01-2019, Guyyaa kabaja Qulqulleetti Dubree Maariyaam irratti, Eebbifamoo Abbaa Saawiroos, Hojii Gaggeessaa Olaanaa Mana Lubummaa Waliigalaa fi Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallaba Shawaa kibba Lixaa fi Magaalaa Shaggar, Eegaa olaanoo kawaala dahoo hirkattootaa Fayyisaa Addunyaa Finfinnee, Kawaala Buraayyuu Tsedeeniyaa Maariyaam keessatti barattoota 145 Ol ta’aniif Aangoo Lubummaa kennaniiru.

Baga Gammaddan!
Bara Tajaajilaa gaarii!

Waan godhan hin beekaniitii,yaa gooftaa dhiifama taasisiifi!
18/09/2026

Waan godhan hin beekaniitii,yaa gooftaa dhiifama taasisiifi!

  Guyyaa Dhaloota kootiin kan na geesse galanni kan keeti!  to me!
12/09/2026



Guyyaa Dhaloota kootiin kan na geesse galanni kan keeti!
to me!

"Maqaa Surraa Qabu" Faaruu Waltajjii kan Hangafa ergamootaa Qulqulluu Mikaa'el ittiin eebbifamaa share godhaa!
17/08/2026

"Maqaa Surraa Qabu" Faaruu Waltajjii kan Hangafa ergamootaa Qulqulluu Mikaa'el ittiin eebbifamaa share godhaa!

faaruu waltajjii faaruu afaan oromoo Ortodoksii @...

Miidiyaa Sootiriyaa
15/07/2026

Miidiyaa Sootiriyaa

Qophii Ayyaana Waggaa Biyya lallaba Shaggaritti Sillaasee Sulultaat...

αˆ΅αˆˆαˆ›α‹­αŠαŒˆαˆ­ αˆ΅αŒ¦α‰³α‹ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‹­αˆ˜αˆ΅αŒˆαŠ•α’Waa'ee Oolmaa Isaa Dubbatamee Hin Dhumneef,Waaqayyoof Galanni Haa Ta'u!(2Qor 9:15)
11/07/2026

αˆ΅αˆˆαˆ›α‹­αŠαŒˆαˆ­ αˆ΅αŒ¦α‰³α‹ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‹­αˆ˜αˆ΅αŒˆαŠ•α’
Waa'ee Oolmaa Isaa Dubbatamee Hin Dhumneef,Waaqayyoof Galanni Haa Ta'u!(2Qor 9:15)

Baga Gammaddan!Baga Eebbifamtan!
04/07/2026

Baga Gammaddan!
Baga Eebbifamtan!

Uggum Raajii dha Hojiin Waaqayyoo!
30/06/2026

Uggum Raajii dha Hojiin Waaqayyoo!

 !
29/06/2026

!

πŸ‘‰Jaalatamtoota Hordoftoota koo nagaan lafa jirtanitti siniif haa ta'u jechaa fuula miidiyaa dhuunfaa koo kanaan beeksisoota garaagaraa jechuunis.....

πŸ‘‰Fuula Miidiyaa keessan beeksifachuu
πŸ‘‰Hojiilee hojjettan beeksifachuu
πŸ‘‰Iyyaafannoo garaagaraa namoonni barbaaddan na dubbisuu ni dandeessu dabalataan ammoo kamiyyuu karaa fuula kanaa akkan maxxansuuf tumsi isin naaf taasistan olaanaa waan ta'eef waliin taanee hojiin gaarii fi dhalootaaf fayyadutti haa duulluun dhaamsa kooti.

haa ta'u.

.

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dn Dhibbaa Waaqturaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Dn Dhibbaa Waaqturaa:

Shortcuts

Share

Category