Hegere Talent

Call Website

Hegere Talent Welcome to Hegere Talent. Hegere Talent seenaa kaleessaa irratti har’a ijaaree boruuf gala kayaata.

Warraaqsi aartii kalessaa aartii har’aa utubee, hegeree aartii keenyaaf dungoo yoomuu hin dhaamne ibsee addunyaaf ifa haaraa uuma. Afaan fi aadaa ufii guddisuun, akkasuma seenaa ufii baranii-barsiisuun waan itti wol eeganii miti. “Kan waan harkaa qabu darbate sodaattuu hin jedhamu,” akkuma jedhamu anis gama kiyyaan, waan argee-dhagayee fi baradhee-hubadhee irraa fiilmii Afaan Oromoo tokko argaa-dhageettii keessaniin gayuun, guddinna fi dagaaginna afaanii fi aartii Oromoo irraa qooda kiyyaa gumaacheera. Fiilmii kun seenaa dhugaa kan jiruu fi jireenna ummata Oromoo ibsu ta’uu irra darbee, kan tokko-tokkoon dhala Oromoo akka daawitiitti keessatti uf-laalu jedhee amana. Fiilmiin Afaan Oromoo MIJUU HAQAA kunooti … Qalbiin Daawwadhaa! Fiilmiin MIJUU HAQAA, akkuma maqaa isaa, haqaa fi mijuu ilmaa namaa golgamee jiru ifatti baasuuf, akkasuma gaddaa, gadadoo fi gaaga’ama ummanni keessa jiru sirnaan qoratee … taatota/qoodattoota biyya alaatii fi biyya keessaa kan hirmaachisee fi seenaan isaa biyya keessaa ka’ee, biyya Noorweetti kan xumurame dha.

Address

Derartu Square
Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 16:00
Tuesday 08:00 - 16:00
Wednesday 08:00 - 16:00
Thursday 08:00 - 16:00
Friday 08:00 - 16:00
Saturday 08:00 - 16:00
Sunday 08:00 - 16:00

Telephone

+251228947728

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hegere Talent posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share