Copha Sammuu

Copha Sammuu sammuun keenya qabduu faayilaa kan beekumsi keessa tursiifamuudha.kanaaf haa kunuunfannuu,fayyummaa isaafis dursa haa kenninuu

fayyaa sammuu keenyaa you tikfanne,waan yaadne kamuu hojitti jijjiiruuf wanti nu daangessu tokkolle him jiru

22/09/2025

😁BURQAAN GAMMACHUU KOO IYYESUUS QOFA!"
KEE HOO??

06/10/2020
geessanii?
11/09/2020

geessanii?

09/04/2020

ደግነት የቀና አመለካከት ነዉ

04/02/2020

ስለህ ባትፍፅም ባት ሳል ይሻላል😅
😅
😘
😘
Waadaa galte raawwachuu dhabuurra waadaa galuu dhabuu wayya
😭
Tibbana hojjettoota mootummaa ammajjii dhume kanaatti abdiin tokko abdachiifamee ture.abdichi hojjettoota bira dabree daldaltootaafi hawaasa hunda bira gahuun:-
♦Gatiin meeshaa dabalchiiseera
♦Miidiyaalee hawaasaa ho'iseera
♦Deebii dhugaa fakkaatee galata hedduu mootummaa galchisiiseera
♦Namootni karoora isaanii akka fooyyeffataniifi hojitti akka hiikaniif onnachiiseeti ture.
✍️Garuu erga ammajjii dhufee darbee kan jedhame malee raawwiin isaa achievement buuteen dhabame
♣Yaa waaqa mootummaa nuuf yaadu ati ofii keetii nuuf kenni adaraa♣

Address

Cross Road
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Copha Sammuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category