Qubee Tube

Qubee Tube Qubee Tube: Sirboota, Diraamaa fi kkf, hojiilee Aartiin wal qabatan karaa kana ni argattu

18/12/2024

RecordsDachee Badhaadhaa -Imaltuu- New Oromo Music 2023(official Video)New Ethiopian Music :Check out new Ethiopian Oromo...

14/09/2024
(SMS) 8331 irratti DD 04 irratti ergaa filadhaa
07/09/2024

(SMS) 8331 irratti DD 04 irratti ergaa filadhaa

"----DURAAN-----Yoon sin nargin oolegaraankoo na birrattiIji kankos karaa ilaalti siin arguudhaf ofbirattiKaraaf garaan ...
19/08/2024

"----DURAAN-----
Yoon sin nargin oole
garaankoo na birratti
Iji kankos karaa ilaalti
siin arguudhaf ofbiratti

Karaaf garaan keenya tokko
buune baanus dachaaf gaara
Walitti himnee wal gorfanna
wal dhoksinee beeknu faara

Jaalalli keenyas hoo'aa
kan hundu dharra'uu
Kan fooliinsaas tolee
fageenyarratti urgaa'uu

Toleen keenya toleedha
lakkiin keenyas waliin lakkii
Anaf atis walii keenyarraa
gonkumaa qabnu turre shakkii

--AMMA----
Anaaf ati adda baaneerra
oduu namaa walitti corree
Osoo gad teenyee itti yaadin
karaa ofii keenyarras gorre

Jaalaalli keenyas qorree
waadaa waliis dagannee
fedhii kootif kankee malee
adda adda jirra fagaanne
--+GARUU---
Kan darbe hundumaa
anaaf ati irraanfannee
kottu tokko taanee-walii gallee
maal ta'aa yoo jiraannee ?

bakka gaafa duraa sanan
si eegaan jira ani dhaphee
Jaalaalli kees na gubeera
kottuu naaf qabi laphee"
✍️Qaroo

Address

Adama

Telephone

+251901152193

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Qubee Tube:

Share