Keebar

Keebar Aartii teenya waliin haa guddifannuu!!

Seenaan jiraatadha hindu’u goonni. Hacee❤️❤️
24/06/2024

Seenaan jiraatadha hindu’u goonni. Hacee❤️❤️

27/12/2022

Kitaabni Kun Seenaa Murruqii Qabrii Soddomaa fii Seenaalee Oromoo Heedduu if keessaa qaba.
Fiixabaas Muussee kitaaba mata dureen Isaa “Qabrii Soddomaa” ja’u barreessee nu biraan gahee jira. Oromoon hundii kitaaba kana dubbisuu qaba. Ajjeechaa Sukaneessaa Abbootii keenya boolla tokkotti Ajjeefaman kitaaba kana keessatti barreeffamee jira. kitaaba kana bitadhaa dubbisaa.
Galatoomaa ☕️

Via Shemsudin Teha

22/12/2022

Xaliilee🥰
Tuntiyyaa Design

22/12/2022

Shugguxii Oromoo🥰

(Dhukkaafnee Diina Injifannaan💪)

01/02/2022
Dhiigni kee bilisummaa ummata oromoo bal'aa haa ta'u!
11/01/2022

Dhiigni kee bilisummaa ummata oromoo bal'aa haa ta'u!

Address

Adama
BOLE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keebar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share