Copha Jaalalaa

Copha Jaalalaa Love is first of all!

26/02/2026

Ok

Irreechi miidhagina Oromooti! Jaalalaan waliin haa dabarsinuCopha JaalalaaIrreeffata milkii nuuf haa ta'u!!!
03/10/2025

Irreechi miidhagina Oromooti! Jaalalaan waliin haa dabarsinu

Copha Jaalalaa
Irreeffata milkii nuuf haa ta'u!!!

Baga Ayyaana Irreecha malkaa bara 2018 nagaan geessan Oromoota koo!!
03/10/2025

Baga Ayyaana Irreecha malkaa bara 2018 nagaan geessan Oromoota koo!!

11/08/2025

Up coming!

11/01/2025

Kan har'a si hin amanne boru si hin amantu/amanu, Har'uma murteeffadhu.

16/12/2023

Yoo onnee na buute
Yoo qalbii na fuute
Yoo lubbuu na huute
Jaalalittiin na moote

  kitaaba walaloo jaalalaaf ajab, safuu nama jechisiisan qabu, Dilbata fuuldura keenya jiru kana hoteela ilillii interna...
14/12/2023

kitaaba walaloo jaalalaaf ajab, safuu nama jechisiisan qabu, Dilbata fuuldura keenya jiru kana hoteela ilillii internationalitti ni eebbifama!

21/11/2023

Nagaa fi Jaalalli yoo hin jiraanne, jireenyi hin jiru! Taanzaaniyaa 🥺

Rakkoo fuutee natti gataaAnaaf kuni bowwoo mataaMataa hidheef nan dhiisuNafaan ciiseef nan ciibsuNa fuutee naan baataTab...
12/10/2023

Rakkoo fuutee natti gataa
Anaaf kuni bowwoo mataa
Mataa hidheef nan dhiisu
Nafaan ciiseef nan ciibsu

Na fuutee naan baata
Tabba buutee qaarita
Birr jennaanuu asin jira
Of beeknaanuu nan kirkira

Hidhaa malee na luugamta
Dhadhaa malee na sukkuumta
Dubbachuuf sagalee na cufte
Callisuuf gogaallee na tumte

Sitti tottolfannaan mi'oofte
Anatti kulkulfannaan ammaate
Si'iif teessumni mijateeraa
Anattimmoo lafti dhiphateera

Hooqqachuuf harka na hiite
Boqochuuf nat-ammeessite
Carraa dhumaan fayyadama
Iyyuuf sombi na wargama

U'u'u'u'n jedhe gurra kaayee
Akkan waan barbaree akaayee
Dafees iyya koorraa bilisoomee
Yoon waanan ta'e hubadhumee

Takkumaa kan nattin buune
Karaa koorraa kanin baane
Amma nafa keessa na labe
Salphumatti Jaalalli na qabe!!


Copha Jaalalaa

 ! Baga Ayyaana Irreechaa nagaan geessan! Aadaan keenya ibsituu keenyadha.
07/10/2023

!

Baga Ayyaana Irreechaa nagaan geessan! Aadaan keenya ibsituu keenyadha.

Address

Finfine
Adama
OROMIA

Telephone

+251942599371

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Copha Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Copha Jaalalaa:

Share