Urjii oromia

Urjii oromia Oromia shall be free

~~~~~~~~
1, Namni filannoo fi murtoo sirriin socha'u
gaabbii fi shakkii malee jiraata.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
2, Tooftaan cimaan diina kee ittiin balleessitu
firoomfachuudha.
•••••••••••••••••••••••
3, Kan si qale caalaa; kan si sakaaletu akka si
galaafate beekuu qabda.
○○○○○○○○○
4, Namni Kan madaalamu waan har'a ta'ee
jiruun osoo hin taane,waan inni bor tahuuni.
●●●●●●●●●
5, Kan nama qaanessu ba'aa Sammuu irratti
ba'achuu miti; sammuu hin yaanne
baachuudha

15/11/2025

8) Waan darbe yaadachuun godambaa
(museum) daawwannaaf namatti toludha.
Keessa turuun garuu kufaatiif nama saaxila.

09/11/2025

Namoonni baay’een akka dadhabaa ta’anitti of beeku, kun of beekumsa
sobaadha. Ati akka dadhabaa taatetti of hinbariin akka cimaa taatetti malee,
dhugaansaa ati cimaa waan taateef.

09/11/2025

biratti fudhatama nan argadha jettee waanuma tokkoyyu
hingodhiin gaafa of fudhattee dandeettiikeen mul’atake milkeessitu namnuu
lafa ati jirtu barbaad

11/11/2024

#

15/11/2023
Yaada namni tokko qabuun sirrii miti jechuun dogoggora. jalqabuma sadarkaa yaadatu wal caala malee yaanni sirrii hin taa...
11/11/2023

Yaada namni tokko qabuun sirrii miti jechuun dogoggora. jalqabuma sadarkaa yaadatu wal caala malee yaanni sirrii hin taane biyya lafaa kanarra hin jiru.
Dhimmi tokkos dhugaa jechuu kan dandeenyu soba wajjin wal bira qabneeti. osoo sobni hin jirree dhugaan hin jiru jechuudha. kanaafuu dhugaan wanta absolute ta'e osoon taane, wanta relative ta'edha. Kanaafuu addunyaa kana karaa mataa keen jiraadhu!

Halkan gaarii Oromoo koo 🙏❤️♥️


09/11/2023
Download Botim and make free phone calls.
14/04/2023

Download Botim and make free phone calls.

Free HD video and voice calls

Address

Adama
255

Telephone

+61253854859

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urjii oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Urjii oromia:

Share

Category