Gospel Singer Keno Haile

Call Website Contact the establishment

Gospel Singer Keno Haile I am an Afaan Oromo gospel singer. I believe in the name of Jesus Christ as my Savior and my God. He is the only way to the Heavenly Father.

I am a positive-minded person who loves to encourage others. I am committed to sharing hope, faith, and love. 🙏

Ani balbala banamaa isa namni tokko illee cufuu hin dandeenye siif kenneera. Mul.3:8
11/10/2026

Ani balbala banamaa isa namni tokko illee cufuu hin dandeenye siif kenneera. Mul.3:8

Nagaan siif haa ta'u. 🖐Attam bulte?“Waaqayyo waan garaan kee jaallatu siif haa kennu! Akeeka kee hundumaas siif haa raaw...
10/10/2026

Nagaan siif haa ta'u. 🖐
Attam bulte?
“Waaqayyo waan garaan kee jaallatu siif haa kennu! Akeeka kee hundumaas siif haa raawwatu!”
Far. 20:4

Akka fedha isaatti yoo isa kadhanne inni nuuf in dhaga'a; akka kanatti isa in amananna.Kadhata keenya akka inni nuuf dha...
09/10/2026

Akka fedha isaatti yoo isa kadhanne inni nuuf in dhaga'a; akka kanatti isa in amananna.
Kadhata keenya akka inni nuuf dhaga'u yoo beekne, waan kadhanne akka isa biraa argannus in beekna.
1Yoh.5:14-15

Waan Waaqayyoon hin galateeffachiifne hin hojjetin. Kana akka gootu ayyaanni siif haa baay'atu.
09/10/2026

Waan Waaqayyoon hin galateeffachiifne hin hojjetin. Kana akka gootu ayyaanni siif haa baay'atu.

Waaqayyo beekumsa isaa isa gadi fagoo sanaan karaa Kristosin ofitti nu qabe. Maqaan isaa haa galatoomu.
08/10/2026

Waaqayyo beekumsa isaa isa gadi fagoo sanaan karaa Kristosin ofitti nu qabe. Maqaan isaa haa galatoomu.

Da'oo kooti! 🙏
06/10/2026

Da'oo kooti! 🙏

Hidda Iseyi keessaa latiin in ba'a, dameenis hundee isaa keessaa ba'ee ija in godhata; hafuurri Waaqayyoo isa irra in bu...
06/10/2026

Hidda Iseyi keessaa latiin in ba'a, dameenis hundee isaa keessaa ba'ee ija in godhata;
hafuurri Waaqayyoo isa irra in buufata, innis hafuura ogummaatii fi hafuura hubannaa ti, hafuura gorsaatii fi hafuura humnaa ti, hafuura beekumsaatii fi hafuura sodaa Waaqayyoo ti.
Inni Waaqayyoon sodaachuutti in gammada, faraduudhaaf ijaan arguu, murtoo kennuudhaafis nama irraa dhaga'uu isa hin barbaachisu;
warra dhabaniif qajeelummaadhaan in farada, gadadamoota lafa irraatiif murtoo qajeelaa in kenna; dubbii afaan isaa keessaa isa akka uleetiinis biyya lafaa in rukuta, hafuura afaan isaa keessaa ba'uunis warra jal'oota in ajjeesa;
qajeelummaan akka teepha mudhii isaatii ti, amanamummaanis akka sabbata inni ittiin hidhatuuti....
Isa.11.1-5

Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.   Yoh. 11:25
06/10/2026

Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.
Yoh. 11:25

06/10/2026

Address

Bole Street
Adama
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Singer Keno Haile posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Gospel Singer Keno Haile:

Shortcuts

Share